Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Hararritti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, 18 ,2015 (FBC)- Naannoo Hararitti piroojektiwwan baasii Birrii miiliyoona 245 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Sirnichaarratti Pireezidaantin Naannoo Hararri Obbo Ordiin…
Ijaarsi Hospitaala Rifeeraalaa Waliigalaa Boolee Birrii Biiliyoona 2’n eegale erga addaan citee…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC)- Ijaarsi Horpitaala Rifeeraalaa Waliigalaa Boolee baasii Birrii Biiliyoona 2’n eegale erga addaan citee waggoota 4 lakkoofsisuu Faanaa Biroodkaastiingi…
Jilli Aadde Caaltuun durfamu naannoo Harariitti iddoolee garaagaraa daawwate
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) - Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamu naannoo Harariitti iddoolee garaagaraa daawwateera.…
Rakkoo Hongee Godina Boranaatti uumameen walqabatee harcaatii barattootaa muddatu xiqqeessuuf…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) - Rakkoo Hongee Godina Boranaatti uumameen walqabatee harcaatii barattotaa muddatu xiqqeessuuf dhiyyeessii bishaanii manneen barnootaarratti hojjetamaa…
Hambaa goototaa walitti qabuun dhaloonni akka irraa baratu taasiisuun barbaachisaadha – Fiild…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) - Hambaa goototaa walitti qabuun dhaloonni akka irraa baratu taasiisuun barbaachisaa ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal…
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa pirojektii “Adwaa Zeeroo” daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC)- Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Finfinneetti kan ijaaramaa jiru pirojektii "Adwaa Zeeroo” daawwatan.
Pirojektiin lafa heektaara 3.3 irratti…
RIB namoota 51 fi qabeenya Birrii miiliyoona 250tti tilmamamu Hidhattoota ABO shanee harkaa baraaruu…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Godinaa Wallagga Bahaa Aanaa Leeqaa Dullachaatti Raayyaan Ittisaa namoota 51 fi qabeenya Birrii miiliyoona 250tti tilmamamu Hidhattoota ABO shanee…
Koomishinichi Paarkii Indaastirii East African waliin waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC)- Koomishiniin Invastimantii Ityoophiyaa Paarkii Indaastirii East African waliin waliigaltee misoomaa mallatteesseera.
Waliigaltechis Dhaabbataa ‘East…
Gaambeellatti Tiraakteroonni 28 aanaalee fi magaalaaf rabsaman
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti Tiraakteroonni 28 aanaalee 13 fi magaalaa Gaambeellaaf rabsamaniiru.
Tiraakteroota kanaan Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Magaalaa Shaggaritti Siidaan Tufaa Munaa ni ijaarama – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Hundeeffamuun Shaggar Injifannoowwan argamaan keessaa isa guddaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…