Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanech Abeebeen Ambaasaaddaara Biraazil waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddaara Biraazil Jaandira Feerer Doosantoos waliin mari’ataniiru.
Marii…
Sosochiin ifatti hundeeffamuu Magaalaa Shaggar borurraa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Guyyaa borii irraa eegalee sosochiiwwan ifatti hundeeffamuu Magaalaa Shaggar akka gaggeeffaman Bulchiinsi Magaalichaa beeksise.
Bulchiinsi…
Oromiyaatti ijaarsa daandiiwwaanii kiiloo meetira kuma 61 ol qaqqabsisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti bara bajata 2015’n ijaarsa daandiiwwaanii kiiloo meetira kuma 61 fi 513 ol qaqqabsisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daandiwwaanii…
Injifannoon Adwaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul’isuun kabajama- Ministeera Aadaa fi…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2015 (FBC) - Injifannoon Adwaa bara kanaa akkaataa tokkummaa biyyaalessaa mul'isuun kan kabajamu ta'uu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiise.
Injifannoon…
Naannoon Beenishaangul Gumuz dargaggoota qonnarratti gurmaa’aniif tiraaktara qoode
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Naannoon Beenishaangul Gumuz dargaggoota aanaalee Godina Kaamaashii qonnaarratti gurmaa’aniif tiraaktaroota Birrii miiliyoona 50 oliin bitaman…
Godina Booranaatti qabeenya Loonii %10 baraaruuf margi beelii miliyoona 4.4 ol akka barbaachisu…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Godina Booranaatti qabeenya Loonii % 10 baraaruuf margi beelii miliyoona 4.4 ol akka barbaachisu Bulchiinsi Godinichaa beeksise.
Hongee cimaa…
Abbootiin qabeenyaa dhuunfaa indaastirii Aviyeeshiniirratti akka bobba’an waamichi dhiyaate
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa dhuunfaa invastimantii indaastirii Aviyeeshiniirratti akka bobba’an Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshinii Ityoophiyaa waamichi…
Raayyaa Ittisa Biyyaa dirree waraanaatti dirqama bahachaa turaniif simannaan taasifame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa, ajajoota waraanaa fi miseensoota raayyichaa dirree waraanaatti dirqama bahachaa turaniif, simannaan gootaa Gidduugala Leenjii…
Finfinneetti abbootiin qabeenyaa hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an hojjetamaa jiraachuun…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Finfinneetti abbootiin qabeenyaa hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Invastimantii Finfinnee beeksise.…
Obbo Maammoo Mihiratuun Daayrektara Jeneraalaa Baankii Giddugaleessaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaaleessaa Ityoophiyaa Obbo Maammoo Mihiraatuun Daayrektera Jeneraalaa Baankii Giddugaleesaa Chaayinaa Dooktar Yii Gaangi waliin…