Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shaggaritti Siidaan Tufaa Munaa ni ijaarama – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Hundeeffamuun Shaggar Injifannoowwan argamaan keessaa isa guddaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…
FBC fi Yuunivarsitiin Salaalee waligaltee walta’iinsaan hojjechuu walii mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Yuunivarsitiin Salaalee waligaltee walta’iinsaan hojjechuu walii mallatteessaniiru.
Waliigaltechaas Hoji…
Mootummaan magaalota aadaa fi fedhii uummataa bu’uura godhatan babal’isaa jira –…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Mootummaan magaalota aadaa fi fedhii uummataa bu'uura godhatan babal'isaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.…
Gumii Balal marsaa 29ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC)- Waltajjiin Gumii Balal marsaa 29ffaan mata-duree “Adwaa Tokkummaa, Gootummaa, Bilisummaa” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Ministiraa…
Hundeeffama Magaalaa Shaggar ilaalchisee Mariin Paanaalii gaggeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Mariin Paanaalii hundeeffama Magaalaa Shaggar irratti xiyyeeffate Hoteela Sharaatanitti gaggeffamaa jira.
Marii kanarratti Pireezidaantii Mootummaa…
Aanaa Shaallaatti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 215 to’atame
Finfinnee, Guraandhala 17, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Shaallaatti baalli sammuu namaa hadoochu kuntaalli 215 to'atamuun ibsameera.
Bulchaan Aanichaa Obbo Abdii Hullee baalli…
Manni Maree Naannoo Gaambeellaa labsiiwwan fooyyeffamanii fi muudamaa Abbootii Murtee raggaasisuun…
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Gaambeellaa walga’ii idilee 3ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesseen labsiiwwan fooyyeffaman sadii fi muudama Abbootii Murtee fi…
Eejensii Misoomaa Gamtaa Afrikaa Misooma Ityoophiyaan gaggeessitu deeggaruuf qophii ta’uu ibse
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Eejensii Misoomaa Gamtaa Afrikaa misooma Ityooophiyaan gaggeessaa jirtu deeggaruuf qophii ta’uu Hoji Raawwachiistuun Eejensichaa Naardoos Baqqalaan…
Fooramiin Qunnamtii Uummataa fi Miidiyaalee Afaan Oromoo hundeeffame
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhaabbileen sabquunnamtii dantaa waloo Oromoo irratti qindoominaan hojjechuuf “Fooramii Qunnamtii Uummataafi Miidiyaalee Afaan…
Aadde Adaanech Abeebeen Ambaasaaddaara Biraazil waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2015 (FBC)-Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddaara Biraazil Jaandira Feerer Doosantoos waliin mari’ataniiru.
Marii…