Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sosochii seeraan alaa ittisuu fi to’achuun olaantummaa seeraa mirkaneessuuf murannoon ni hojjenna…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Beenishaanguul Gumuz haala yeroo ilaalchisuun ibsa laateera.
Bulchiinsi mootummaa naannoo Beenishaanguul Gumuz biyyattii gara…
Sochiilee amantaa daheeffachuun nageenya uummataafi biyyaa balaarra buusan kamiyyuu nan…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Sochiilee amantaa daheeffachuun nageenya uummataafi biyyaa balaarra buusan kamiyyuu hadheeffatee kan balaaleffatu ta’uu mootummaan naannoo Uummattoota…
Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho’uun fudhatama hin qabu-BMNO
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Amantaa dayeeffachuun dantaa siyaasaa galmaan gahachuuf socho'uun…
Manni Maree naannichaa labsiiwwan yaa’ii 3ffaa dabalatee muudama abbootii murtiifi qaamolee…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Manni Maree 6ffaan naannoo Afaar labsiiwwan yaa’ii idilee 3ffaa dabalatee muudama abbootii murtiifi qaamolee raawwachiistotaa raggaasisuun yaa’iisaa…
Sadarkaa federaalaatti qofa malaanmaltummaan kan hatamuuf ture Birrii miiliyoona 753 baraaruun akka…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darban sadarkaa federaalaatti qofa malaanmaltummaan kan hatamuuf ture Birrii miiliyoona 753 baraaruun akka danda’ame Koomiishiniin…
Balaawwan ibiddaa lama kaleessa galgala mudateen qabeenyi barbadaa’e
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Balaa ibiddaa lama kaleessa galgala mudateen qabeenyi barbadaa’uu Komishiniin Hoggansaa Soda Balaa fi Ibiddaa Finfinnee beeksise.
Kaleessa galgala…
Mirgaa fi nageenya lammiilee biyya alaa hojiif deemanii eegsisuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Mirgii fi nageenyi lammiilee hojiif biyya alaa deemanii kan eegame fi sirna bobbii hojii teeknooloojiin utubuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerrii Hojii…
Haala Yeroo Irratti Ibsa Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaarraa kenname
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala Yeroo ilaalchisuun ibsa laateera.
Garaagarummaan abbootii amantaa Ortodoksi Tawaahidoo Ityoophiyaa…
Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’aniif Ittaanaan Pireezidaantii naannichaa…
Komishinichi Hoggantootaafi ogeessota DhMG waliin dhimmoota deeggarsaafi tumsaarratti mari’ate
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Komishiniin Haaromsaa Biyyaalessaa Hoggantootaafi ogeessota Dhaabbata Mootummoota Gam,toomanii waliin dhimmoota deeggarsaafi tumsaarratti mari’achuu…