Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laateera.
Magaalichatti amantaaleen hundi nagaan, jaalalaan, walkabajuuniifi waloon kan…
Aadde Adaanach Abeebeen Awutoobisoota magaalaa 100 hojii eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Awutoobisoota magaalaa ammayyaa 100 guyyaa har’aa hojii eegalchiisaniiru.
Bulchiinsi magaalichaa…
Mootummaan naannoo Amaaraa haala yeroo ilaalchisuun ibsa laate
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)-Mootummaan Naannoo Amaaraa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Ityoophiyaan seena mootummaa biyyaalessaa ishee keessatti bu’aa ba’ii hedduu dabarsuu…
Hiriirri nagaa eeyyamame hin jiru – Humna Waloo Nageenyaa Naannoo Sidaamaa
Finfinnee, Gurraandhala 3,20015 (FBC) - Magaalaa Hawaasaattis ta’e naannawaa naannichaa kamittuu hiriirri nagaa mootummaan eeyyame kan hin jirre ta’uu humni waloo nageenyaa Naannoo Sidaamaa…
Dooktar Girmaa Amanteen bakka bu’aa Daayrektara Fandii misooma Qonnaa Addunyaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 3,20015 (FBC) -Ministirri Ministeeta Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen bakka bu'aa Daayrektara Fandii misooma Qonnaa Idil Addunyaa Maawiiraa Chiitiimaa waliin…
Naannoo Afaaritti manneen barnootaa sababa waliitti bu’iinsaan barnoota dhaabanii turan 368 hojii…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC) – Naannoo Afaaritti manneen barnootaa sababa waliitti bu’iinsaan barnoota dhaabanii turan 368 hojii eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Manneen…
Mootummaan Naannoo Afaar haala yeroo ilaalchisuun ibsa kenne
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Afaar haala yeroo ilaalchisuun ibsa baaseera.
Ibsa baaseenis, Ityoophiyaan amantaalee biyyoota addunyaa dursaanii fudhachuun…
Haala yeroo ilaalchisuun Mootummaan Naannoo Somaalee Ibsa kenne
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)-Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Somaalee haala yeroo ilaalchisuun ibsa baaseera.
Haaluma kanaan, ciminnii fi tokkummaan dhaabbilee amantaa, nageenyaa fi…
Haala yeroo ilaalchisee ibsa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Harariirraa laatame
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Hararii haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Naannoon hararii naannoo nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi waliin…
Haala yeroo ilaalchisee naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaa ibsa laate
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Kibba Lixaa Ityoophiyaa haala yeroo biyyaalessaa ilaalchisuun ibsa laateera.
Mootummaan waggoottan jijjiiramaa darbanitti…