Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad tumsa argisiisanitti ummanni Sudaan gammadeera-Ittaanaa Ministira…
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad tumsa argisiisanitti ummanni Sudaan gammadeera jechuun Itti Aanaan Ministira Dhimma Alaa Sudaan Dafaalaa Elhaajii Alii…
Giddugalli Leenjii Aviyeeshinii Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Hawaasaatti ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Giddugalli Leenjii Aviyeeshinii Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Hawaasaatti Ijaarsise eebbifame.
Giddigalichaas Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo…
Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa maallaqa callaa Birri biiliyoona 5 Maqaleetti erguu eegale
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)-Murtee Muummee Ministiraa Abiy Ahimad dabarsan hordofee Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa maallaqa callaa Birri biiliyoona 5 gara Maqaleetti erguu eegale.…
Gareen jilaa qondaaltota loltummaa olaanoo Ityoophiyaa Turkitti daawwaannaa taasise
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Garee jilaa Itti Aanaa Itaamaajoor Shuumii Waliigala Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaan durfamu Turkitti daawwaanaa taasiseera.
Jilichi…
Beenishaangul Gumuzitti hojiileen damee nageenyaarratti hojjetaman bu’aa argamsiisuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Beenishaangul Gumuzitti hojiilee damee nageenyarratti qindoominaan hojjetamaniin bu’aalee jajjabeessaan galmaa’uun ibsame.
Manni Maree Nageenyaa…
Waldichi kutaalee hawaasaa balaaf saaxilamaniif deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa deeggarsa kutaalee hawaasaa balaa umamaa fi namtolcheef saaxilamaniif taasisu cimsee akka itti fufu beeksise.…
Simbira Girrisaa miiliyoona 13 to’achuuf hojjetamaa jira-BQO
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Qonna jallisiin misooma jirurraan miidhaa akka hingeessisneef Simbira Girrisaa miiliyoona 13 to’achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
FBC’n Yuunivarsiitii Asoosaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Yuunivarsiitii Asoosaa waliin walta’iinsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesse.
Waliigaltechas Hoji…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii Miiliyoona 218 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Koomishiniin Gumurukaa Amajjii 19-25, 2015 hordoffii taasiseen meeshaalee kontirobaandii Birrii miiliyoona 218 olitti tilamaamamu to’annoo jala oolchuu…
Miseensonni paarlaamaa Paartii Badhaadhinaa bakka bu’anii fi hoggantooni waajjira paartichaa raawwii…
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Paartii badhaadhinaa kan bakka bu’an Miseensonni mana maree bakka bu’oota uummaataa fi hoggantooni waajjira olaanaa paartichaa raawwii baatiiwwan 6…