Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyi dingadeen cimtee akka itti fuftuuf indaastiriiwwan oomishtootaa cimoo barbaachisa-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 27, 2015 (FBC)- Biiroon Invastimantii fi Indaastirii Oromiyaa, Mata duree “Ityoophiyaan Haa Oomishtu; Oromiyaan Haa Oomishtu; Shaggar Haa Oomishtu” jedhuun damee…
Jilli Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’adaa Abdurrahmaaniin durfamu Booranatti…
Finfinnee, Amajjii 27, 2015(FBC)- Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'adaa Abdurrahmaaniin durfamu miidhaa hongee Godina Booranaa daawwate.
Jilichi gidduugala fooyyessa sanyii Loon…
Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii biiliyoona 7tti siquun…
Finfinnee, Amajjii 27, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti waliingahiinsa bishaan dhugaatii qulqulluu dabaluuf pirojektoonni bishaan dhugaatii qulqulluu Birrii biiliyoona 6.8’tti siquun ijaaramaa…
Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Amajjii 27, 2015(FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ii guyyoota lamaaf turu kanarratti gabaasa…
MM Abiy Ahimad balalliin gara Tigraayitti taasiifamu akka saffisu qajeelfama laatan –…
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad balalliin gara naannoo Tigraayitti taasiifamuu fi tajaajiloonni biroo akka saffisan qajeelfama laachuu Gorsaan…
MM Abiy Ahimad Koree Qindeessa Hojiirra Oolmaa Waliigaltee Nageenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad yeroo jalqabaaf Koree Hojiirra Oolmaa Waliigaltee Nageenyaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin, hojiileen raawwii…
Raawwii ce’umsa sirna haqaarratti Amaasaaddaroota Gamtaa Awurooppaaf ibsi taasifame
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan raawwii ce'umsa sirna haqaa Ityoophiyaa fi itti gaafatamaa ogeeyyii Koomishinii Mirga Namoomaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti ramadaman…
Raashiyaan tokkummaa biyyaalessaa Ityoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Raashiyaan tokkummaa biyyaalessaa Ityoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsiteetti.
Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Paarlaamaa…
Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 996 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 887 dhiirota yoo ta’an 9 ammoo guddattoota ta’uu…
Oromiyaatti baatiiwwan 6 darbanitti hojii dhabdoota miiliyoona 1fi kuma 45 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Oromiyaatti baatiiwwan 6 darbanitti hojii dhabdoota miiliyoona 1fi kuma 45 oliif carraan hojii dhaabbiin uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa…