Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera-…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera jedhan.…
Sadarkaa hubannoo namtolchee addunyaan irraa ga’e giddugaleessa godhachuun dhaloota ijaaraa jirra…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Ijaarsa dhalootaa Kaayyoo Dijiitaal Itiyoophiyaa fi sadarkaa hubannoo namtolchee addunyaan irra ga’e giddugaleessa godhate irratti hojjechaa jirra jedhan…
Daandiin Qilleensichaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 103 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Eebbifamtoota…
Pirojektiin jal’isii Finnaa Birrii miiliyoona 300 oliin ijaarame eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Pirojektiin jal’isii Finnaa Godina Harargee Bahaa aanaa Fadisitti Birrii miiliyoona 300 fi miiliyoona 23’n ijaarame eebbifamuun tajaajilaaf banameera.…
Guddinaafi badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf dhaloota aadaa hojii cimaa gonfate oomishuun…
Finfinnee Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen guddinaafi badhaadhina biyyaa dhugoomsuuf dhaloota aadaa hojii cimaa gonfate oomishuun…
Eebbifamuu Hidha Haaromsaa ilaalchisee naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti hiriirri deeggersaa fi…
Finfinnee Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Haaromsaa ilaalchisee naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti hiriirri deeggersaa fi gammachuu ibsannaa geggeeffamaa jira.
Hiriirri kun…
Lakkoofsi herreega Baankii namoota seeran ala sharafa alaa raawwachuun shakkamanii 123 uggurame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC) - Lakkoofsi herreega Baankii namoota seeran ala sharafa alaa raawwachuun shakkamanii 123 uggurameera jedhe Tajaajilli Nageenya Faayinaansii.
Sosochiin…
Torbeen Tuurizimii Oromiyaa Marsaa 5ffaan gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Torbeen Tuurizimii Oromiyaa marsaa 5ffaan Fulbaana 20-22, 2018 sagantaa adda addaan dabaalamee jedhe Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa.
Itti aanaan…
Yaa’ichi sagantaan Ashaaraa Magariisaa hoggantoota biratti beekamtii akka argatu taasiseera
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Finfinneetti gaggeeffamee kan ture Yaa’ii 2ffaan Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa sagantaan Ashaaraa Magariisaa hoggantoota biratti beekamtii akka…
Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad mudamoota garaagaraa kennan.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Bulchaa Baankii Biyyaalessaa…