Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti baatiiwwan 6 darbanitti hojii dhabdoota miiliyoona 1fi kuma 45 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Oromiyaatti baatiiwwan 6 darbanitti hojii dhabdoota miiliyoona 1fi kuma 45 oliif carraan hojii dhaabbiin uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa…
Haala barnoota mirgoota namoomaa sirna barnoota idileefi idileen alaatti makuun danda’amurratti …
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Komishiniin Mirgoota Namoomaa Ityoophiyaafi Ministeerri Barnootaa haala barnoota mirgoota namoomaa sirna barnoota idileefi idileen alaatti makuun…
Aadaa, duudhaafi naamuusni gaariin hawaasa tokkoo akka eegamuuf aadaafi duudhaaleesaa dhaloota…
Finfinnee, Amajjii 26, 2015(FBC)- Aadaa, duudhaafi naamuusni gaariin hawaasa tokkoo akka eegamuuf aadaafi duudhaaleesaa dhaloota barsiisuun barbaachisaadha jedhan kantiibaan magaalaa…
Obbo Dastaa Leeddaamoon bu’uuraalee misooma daandii naannichaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon bu’uuraalee misooma daandii naannichatti hojjetamaa jiran daawwatan.
Bu’uuraaleen misoomaa…
Baatiwwan jahan darbanitti hojiin bu’aa qabessi hojjetameera- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC)- Baatiiwwan jahan darban magaalaa Finfinneetti hojiin bu’aa qabeessi hojjetamu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Addee Adaanech Abeebeen ibsaniiru.…
Gumiin Balal Marsaa 28ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC)-Waltajjiin marii “Gumii Balal” marsaa 28ffaan gaggeeffameera.
Waltajjichi mata duree "Daldala Seeran Alaa fi kontiroobaandii Ittisuun dirqama…
Harargee Lixaatti Qamadiin Jallisiin misoome walitti qabamuu eegale
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa, Aanaa Daaroo Laabuutti Qamadiin Jallisiin misoome Kombaayinaraan walitti qabamaa jiraachuu waajjirri Qonnaa godinichaa beeksise.…
Komishinichi qondaaltota poolisii Somaaliyaa barnoota ogummaa poolisii fudhachuuf gara Ityoophiyaa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) - Komishiniin Poolisii Federaalaa qondaaltota poolisii Somaaliyaa barnoota ogummaa poolisii digirii 1ffaa fi 2ffaa barachuu gara Ityoophiyaa dhufan…
Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahaan darban manneen barnootaa kumni 5 fi 66 ijaaraman – BBO
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahaan darban manneen barnootaa idileen duraa kumni 5 fi 606 ijaaramuu Biroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Ittaanaa…
Waldaan Qaxxaamuraa Diimaa Ityoophiyaa fi Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa waliigaltee deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Waldaan Qaxxaamuraa Diimaa Ityoophiyaa fi Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa waliigaltee walta’iinsaa gama lameenii bara baajataa 2023 mallatteessaniiru.…