Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Eeruun kaadhimamtoota Badhaasa “Nama Gaarii” Guraandhala 1, 2015 eegala
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Sagantaan eeruu kaadhimamtoota “Nama Gaarii” 11ffaa Guraandhala 1, 2015 irraa eegalee baatii tokkoof kan gaggeeffamu ta’uu Dhaabbanni Badhaasa Tola…
Naannoo Harariitti Oomishni qamaadii Jallisii abdachiisaadha – Pireesidaanti Ordiin Badrii
Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) - Naannoo Harariitti oomishni Qamaadii Jallisii bonee abdachiisaa ta’uu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badriin ibsan.
Naannichatti oomishni Qamaadii…
Sagantaan eegalchiisa ijaarsa manneen barnootaa 71 walitti bu’iinsan manca’anii gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Sagantaan eegalchiisa ijaarsa manneen barnootaa 71 walitti bu’iinsan manca’anii har’a gaggeeffameera.
Sagantichaarratti Ministirri Ministeera Barnootaa…
Faanaa Biroodkaastiing Koorporeet ogeeyyii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) - Faanaa Biroodkaastiing Koorporeet ogeeyyii Poolisii Federaalaa Ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
Dhaabbatichi ogummaa Suuraa Kaameera ,…
Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu kutaa magaalaa Sulultaatti hojii qonna magaalaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) - Jilli sadarkaa Itti Aanaa pireezidaantiitti kantiibaa Magaalaa Saggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaalaa Sulultaatti hojii qonna magaalaa…
Buufaataa fi Terminaalli Dirree Dhawaa eebbifame
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Buufataa fi Terminaalli Dirree Dhawaa Birrii biiliyoona 3.3’n ijaarame har'a eebbifameera.
Buufatichi lafa heektaraa 34.1 irratti, Dhaabbata Ijaarsaa…
Dooktar Yiliqaal Kaffalaan jiraatoota Magaalaa Baahirdaar maliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliiqaal Kaffalaan jiraatota magaalaa Baahirdaar waliin mari’achaa jiru.
Waltajjiin marichaa mata dure…
Sanyiin kaleessaa, firii har’aa, galaa boruuti-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) - Sanyiin kaleessaa firii har'aa fi galaa boruuti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haala yeroo…
Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiin misooma Sululaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC) – Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti hojiin misooma Sululaa baatii tokkoof turu har’a Godina Beenchii Shakkootti eegalameera.
Hojii baatii…
Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa namoonni hedduun akka yaadan bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…