Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad adeemsa siyaasaa ummanni Sudaan eegalan dinqisiifatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ummanni Sudaan giddu seentummaa tokko malee adeemsa siyaasaa ogummaa fi ga’umsaan hogganuuf eegalan…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaan hojiirra oolmaa gabaa bilisaa biyyoota Afrikaarratti…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaan hojiirra oolmaa gabaa bilisaa biyyoota Afrikaa saffisiisuurratti kan xiyyeeffatu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan galan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Sudaan galan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad wayita Kaartuum gahan Pireezidaantii Mana Maree…
Baankiin Addunyaa Doolaara miiliyoona 745 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiise
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Baankiin Addunyaa uwwisa tajaajila Fayyaa fooyyesuufi Lammiilee Balaa Lolaan miidhamaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 745 Ityoophiyaaf deeggarsa…
Obbo Awwal Arbaan Ministira Tumsa Misoomaa fi Imaammata Qabeenya Qilleensaa Idil Addunyaa Deenimaark…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ministira Tumsa Misoomaa fi Imaammata Qabeenya Qilleensaa Idil Addunyaa Deenimaark Daan Joorgansan waliin…
Damee Indaastirii Oomishaa bu’aa qabeessa taasisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Damee Indaastirii Oomishaa bu’aa qabeessa taasisuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Obbo Taarraqanyi…
Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Somaalee hoggantoota DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Olaanoon Naannoo Somaalee jila Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoonii fi Ityoophiyaatti qindeessaa Waajjira dhimmoota…
Fooramiin Invastimantii “Invasti Orijins 2023” magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Fooramiin Invastimantii “Invasti Orijins 2023” gahumsa invastimantii Ityoophiyaa beeksisuun invastimantii harkisuurratti kaayyeffate magaalaa Finfinneetti…
Naannoo Oromiyaatti lammiilee miiliyoona 3.5 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jira – BGO
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lammiilee sababa hongeen rakkoof saaxilaman miiliyoona 3.5 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa…
Gareen haala naannoo Tigraayitti barnoota eegalchiisuun danda’amurratti mari’atu har’a gara…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Gareen Hoggantoota Ministeera Barnootaa miseensota shan of keessaa qabu guyyaa har’aa gara magaalaa Maqaleetti kan imalu ta’uu ibsame.
Garichi gara…