Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisan xumuruun gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Sudaanitti taasisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’an.
Turtii isaaniin Mana Maree Ce’umsa…
Sirni beekkamtii laachuu jalqabaa gurmaa’iinsa Diyaasporaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Sirni beekkamtii laachuu jalqabaa gurmaa’iinsa Diyaasporaa bakka hoggantoonni mootummaa olaanoon argamitti gaggeeffamaa jira.
Ga’ee hawaasni…
MM Abiy Ahimad Simannaa Sudaanitti taasifameef galateeffatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Simannaa Sudaanitti taasifameef galateeffataniiru.
Irra deebiin gara Sudaan deemuun uummata Sudaan gidduutti argamuu…
Jilli Obbo Baariisoo Faayyisaan durfamuu Harargee Bahaatti Qamadii Jallisii Boneen Misoomaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) –Jilli Ittaanaa Hoogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa Obbo Bariisoo Fayyisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Mayyuu Mulluqqeefi Qumbiittti Qamadii Jallisii…
Godaantonni 160 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Godaantonni 160 Jibuutiirraa gara Ityoophiyaatti akka deebi’an taasifamuu Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Godaantota kanneen keessaa 32…
MM Abiy Ahimad Paartilee Siyaasaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad turtii Sudaanitti taasisaa jiraniin Paartilee Siyaasaafi Miseensota garee furmaata barbaadaa Sudaan waliin mari’atan.…
Yakkamaan jaalallee isaa Saaniitaayizarii irratti firfirsuun ibddaan gubattee akka duutu taasiise…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Yakkamaan jaalallee isaa Sablee Nigusee jedhamtti Saaniitaayizarii irratti firfirsuun ibdaan gubattee akka duutu taasiise murtoo du’aan adabameera.…
Dhaabbanni Deeggarsa Barnootaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti damee barnootaa deeggaruuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Dhaabbanni Deeggarsa Barnootaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti damee barnootaa deeggaruuf qophii ta’uu ibseera.
Ministirri Ministeera Barnootaa Piiroofeesar…
MM Abiy Ahimad Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Biyyaalessaa Ce’umsa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Ce’umsaa Birmadummaa Sudaan Mahaammad Hamdaan Daagaloo waliin mari’atan.
Uummanni…
Korporeeshinichiifi dhaabbileen Oomishtootaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaa keessatti…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiriifi dhaabbileen Oomishtootaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaa keessatti bobba’an waliigaltee waliif…