Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Nageenyi itti fufiinsaan akka mirkanaa’uuf waldanda’uun amantaalee mirkanaa’uun…
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Finfinneettis ta’e guutuu biyyattiitti nageeyi akka mirkanaa’uuf waldanda’uun amantaa, qajeelummaa fi tajaajilummaan mirknaa’uun barbaachisaadha jechuun…
Ayyaanni Cuuphaa Mana Amantaa Kaatolikiin kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Mana Amantaa Kaatoolikii Ityoophiyaan sirnoota amtichaan dabalamee Manaa Amantaa Kaatoolikii Lidataa Maariyaamitti kabajameera.…
Ayyaanni Cuuphaa Naannoo Tigraayitti kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa naannoo Tigraay bakkoota garaagaraatti kabajameera.
Nageenyaa Naannoo Tigraayitti mirkanaa’aa jiru hordofee Ayyaanni Cuuphaa baranaa…
Ayyaanni Cuuphaa Raashiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Yesuus kiristoos Raashiyaatti Kabajamaa jira.
Waqtii qorra Gannaatti kan kabajaa jiran lammiileen Raashiyaa sirna amantaa isaaniin…
Ayyaanni Cuuphaa Minjaar Irraanbuutiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Minjaar Shonkoraa Irraanbuutiitti kabajamaa jira.
Ayyaanichi Amaasaale Yoordaanositti kabajamaa kan jiru yoo ta’u, hordoftoonni…
Ayyaanni Cuuphaa Baatuutti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Baatuutti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Kabaja ayyaanaa kanaarratti Abbootti Amantaa dabalatee…
Ayyaanni Cuuphaa Jaanmeedaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)- Ayyaanni Cuuphaa Finfinnee Hurufa Boombiitti (Jaanmeedaa) kabajamaa jira.
Ayyaanichi sirna amantaan dabalamee sirna ho’aan kabajamuu eegaleera.…
Ayyaanni Cuuphaa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 11, 2015 (FBC)-Ayyaanni Cuuphaa sadarkaa biyyaalessaatti hordoftoota Amantii Ortodoksii biratti kabajamaa jira.
Ayyaanni Cuuphaa keessumaa Magaalota Finfinnee, Baatuu,…
Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Embaasiin Siwiidin hordoftoota amantaa…
Ayyaanni Kataraa Guutuu Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti Ayyaanni Kataraa hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa biratti haala nagaa fi duudhaa mantichaa eegeen kabameera.
Ayyaanichi guutuu…