Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee olaanaa…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) -Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Araggaa Kabbadaan Sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf gahee…
Ganamaa eegalee hanga sa’aatii 5:00tti Biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55 ol dhaabaman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Sagantaa Dhaabbii Biqiltuu guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jiruun hanga sa’aatii 5:00tti biqiltuuwwan miiliyoonni 300 fi miiliyoonni 55.5 dhaabaman.…
Ashaaraan Magariisaa hawwattummaa tuurizimii kan guddisudha- Salaamaawiit Kaasaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawiit Kaasaan Ashaaraan Magariisaa hawwattummaa tuurizimii kan guddisudha jedhan.
Salaamaawiit Kaasaan duula…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf gumaachaa jira – Obbo Tamasgeen…
Finfinnee Adoolessa 24, 2017 (FMC) Sagantaan Ashaaraa Magariisaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf gumaachaa jira jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Obbo…
Godinaalee Qeellam Wallaggaafi Harargee Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Godinaalee Qeellam Wallaggaafi Harargee Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Jiraattonni godinaalee…
Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godinaalee Shawaa Kaabaafi Shawaa Kibba Lixaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duulli kun Aanaalee Godina…
Godina Iluu Abbaa Booritti duullii dhaabbii Biqiltuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Mattuutti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Dhaabbii biqiltuu kanarratti Bulchaa…
Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Naannichatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu…
Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC)- Godina Wallagga Bahaatti duulli guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 700 dhaabuu gaggeeffamaa jira.
Duulli dhaabbii biqiltuu kun bakka Sadarkaa Itti…
Waggoottan darban lafti heekaarri kumni 24 biqiltuun uwwiffame – DooktarTashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan kutaa magaalaa Kuraa Jiddaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Kutaa magaalaa Kuraa Jiddaatti har’a Lafa…