Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afyaa’ii Taggasaa Caafoon Godina Gaamootti Maatii lammilee sababa sigiga lafaan lubbuun darbe…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2018 (FMC) - Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taggasaa Caafoon Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Gaamootti argamuun Maatii lammilee sababa sigiga…
Ulaa Hoormuuz irratti muddama Ameerikaa- Iraan fi qaala’iinsa gatii boba’aa…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Ulaa ijoon boba’aa idil-addunyaa Hoormuuz cufamuu hordofee muddamni Baha Giddugaleessaa cimee itti fufeera.
Humni Galaanarraa Ameerikaa dooniiwwan…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Sagantaa Ifxaaraa Invastimantii Hooldiingii Itiyoophiyaa qopheesse irratti…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Sagantaa Ifxaaraa Invastimantii Hooldiingii Itiyoophiyaa qopheesse irratti hirmaataniiru.…
Obbo Taaggasaa Caafoon lammiilee Godina Gaamootti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi akka…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon Magaalaa Aarbaa Minci fi Godina Gaamootti balaa lagni Kuulfoo guutee qaqqabsiise…
Tajaajilichi balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudate ilaalchisee ibsa gaddaa baase
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamoo aanaa Gaacoo Baabbaatti mudate ilaalchisee ibsa gaddaa…
Boordichi haala nageenyaa iddoowwan filannoon itti gaggeeffamu irratti paartilee siyaasaa waliin…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa haala nageenyaa iddoowwan Filannoon Waliigalaa 7ffaan gaggeeffamu irratti paartilee siyaasaa waliin mari’ateera.…
Dooktar Abiy Ahimad Eemireetota Araba Gamtoomanii galan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojiif Eemireetota Araba Gamtoomanii galaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa…
Waraqaan Eenyummaa Biyyalessaa hojii yakka ittisuu salphise – Komishinara Jeneraalaa Dammallaash…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Waraqaan Eenyummaa Biyyalessaa hojiitti galuun yakka ittisuu fi hojiilee tiraafikaa salphiseera jedhan Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa…
Dooktar Abiy Ahimad Jibuutiitti dhimmoota naannawaarratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Jibuutiitti dhimmoota naannawaarratti mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia…
Obbo Tamasgeen Xirunaan sagantaa Ifxaraa Inistiityuutii Hubannoo Namtolcheetti qophaa’erratti…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan sagantaa Ifxaraa Inistiityuutii Hubannoo Namtolcheetti hojjettoota amantaa Islaamaaf qophaa'erratti…