Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Geejjibaa fi Aviyeeshinii Somaaliyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC)- Ministirri Geejjibaa fi Aviyeeshinii Somaaliyaa Fardoowaas Osmaan Egaal daawwannaa hojiif Finfinnee seenaniiru.
Jilli Ministirittiin durfamu Wayita…
Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee ni…
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirni waliigaltee abbootii carraa manneen waliin jireenyaa 20/80 fi 40/60 har’aa eegalee guyyoota 60f kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Misooma Manneenii…
Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame
Amajjii 1, 2015(FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Shaggar hundeeffame.
Manni Marichaa obbo Qaabatoo Albee Af-Yaa’ii, Aadde Tsahaay Dabalee ammoo Ittaantuu Af-Yaa’ii taasisuun…
Sirni muudaa Zaaraa Dirree Sheek Huseenitti kabajame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015 (FBC) – Sirna Muudaa Zaaraa Godina Baalee Bahaa Dirree Sheek Huseenitti kabajameera.
Ayyaana Dirree kanarratti hirmaattoonni Godinaalee Oromiyaa adda addaarraa…
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Kiin Gaangi torbee dhufu Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi.
Kiin Gaangi daawwannaa isaaniin qondaaltota olaanoo…
MM Abiy Ahimad hojjettoota waajjira isaaniif maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi Giiftii D|uree Zinnaash Taayyaachoon hojjettotaa Waajjira Muummee Ministiraaf maaddii qoodaniiru.
Hojjettoonni…
Giddugalli dagaagina ogummaa fi haaromsaa dubartootaa ammaayya’aan ijaaramuuf
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)- Giddugalli dagaagina ogummaa fi haaromsa dubartootaa ammaayyaa’aan ijaaramuufi.
Ijaarsa pirojektichaaf Kutaa Magaalaa Aqaaqiitti Kantiibaan Bulchiinsa…
Jijjiirraan baraa sablammii Halaabaa kabajama jira
Finfinnee, Mudde 30, 2015(FBC)-Jijjiirraan baraa sablammii Halaabaa ‘Seeraa’ har’arraa eegalee sagantaalee garaagaraan akka kabajamu Qajeelchi Misoomaa Aadaa fi Tuuriizimii godinichaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 17 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 gara biyyaa deebi'aniiru.
Lammiileen har'a gara biyyaa deebi'an…
Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarirratti mari’atame
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Naannoo Somaaleetti karooraa fi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaariii waggoottaan sadan itti aananiirratti godina Eerar magaalaa Fiiqitti mari'atameera.…