Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraa bakka ijaarsa manaa baasuu…
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Waggoota hedduuf biyyaa fi ummata amanamtummaa fi gootummaan kan tajaajilan qondaaltota jeneraalaa gulantaa urjii lamaa oliif sirni carraan bakka ijaarsa…
Adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee kan bade…
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee kan bade Kiidanaa Zakkaariyaas Sudaanitti to’annoo jala ooluu …
Ministeerichi bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 12.8 bituu ibse
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo biyyee kuntaala miiliyoona 12.8 bituu ibseera.
Kanneen keessaas kuntaalli kumni dhibbi 5 xaa’oo biyyee…
Obbo Aganyahu Tashaagar Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos ilaalchisee ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos (Qillee) ilaalchisuun ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan.…
Korporeeshiniin Daandii Baaburaa Ityoophiyaafi Waldaan Aksiyoonaa Baaburaa Ityoo- Jibuutii waliin…
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Korporeeshiniin Daandii Baaburaa Ityoophiyaafi Waldaan Aksiyoonaa Geejjibaa Baaburaa Ityoo- Jibuutii Istaandard Geej waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
“Qilleen Gita”
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Obbo Baahiruu Habtee, jiraataa Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaati.
Obbo Baahiruun wayitaa ayyaanni qillee ga’uu taateewwan…
Tigraayitti barnoota eegaluuf marii fi daawwannaan taasifame
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ogeeyyii olaanoon Ministeera Barnootaa Naannoo Tigraayitti haalota barnoota eegalchiisuun danda’amurratti marii fi daawwannaan taasifame.
Garechi manneen…
Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah Ayyaana qillee ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.
Obbo Adam Faaraah ergaa…
Ambaasaaddar Tashoomaa Togaan Koomishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ambaasaaddar Tashoomaa Togaan Mudde 28, 2015 irraa eeglee Koomishinara Koomishinii Haaromsa Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru.
Ambaasaaddar Tashoomaan…
Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Abbootiin Amantaalee Guyyaa Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoosiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Abbootiin Amantaalee kunneen ergaa isaaniin,…