Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni dhuunfaan waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun gurguraa turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun gurguraa turan 3 to’atamuu Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Namoonni…
Sagantaan Ce’umsaa Dijitaalaa Finfinnee eegalchiisuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Sagantaan Ce’umsa Dijitaalaa (Smart city) Bulchiinsa Mgaalaa Finfinnee Goolambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Kantiibaa Magaalaa…
Sosochiin Ityoophiyaan Haa oomishtuu hojiirraa erga oolee bu’aa jajjabeessaan galmaa’eera-Ministira…
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti Sosochii “Ityoophiyaan Haa Oomishtuu” erga hojiirra oolee yeroo gabaabaa keessaatti bu’aa jajjabeessan galmaa’uu Ministirri Ministeera…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Oromiyaa 28ffaan Amajjii 2, 2015 eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisaa Aadaa Oromiyaa 28ffaan Amajjii 2,2015 eegalee Shawaa Kibba Lixaatti ni gaggeeffama jedhame.…
Nagahee utuu hinqabatiin shaqaxoota fe’anii kanneen socho’anirratti tarkaanfiin fudhatamuufi
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Ministeerri Galiiwwanii daldaaltotaa fi dhaabbilee tajaajilaa seeraa taaksii utuu hinkabajiin nagahee malee shaqaxootaa fe’anii socho’anirratti tarkaanfii…
Jilli Obbo Umariin durfamu Aanaa Gindhiiriitti Kilaastera Misooma Qamadii daawwate
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Jilli Ministira Qonnaa Obbo Umar Huseeniin durfamu Godina Baalee Aanaa Gindhiiriitti Kilaastera Misooma Qamadii daawwaterra.
Jilichi aanaa Gindhiiriitti…
Naannawaa walitti bu’iinsi turetti Boba’aa akka imalchiisaniif dhaabbilee 14f eeyyamni laatame
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Naannawaa walitti bu’iinsi turetti Boba’aa Jibuutiirraa akka imalchiisaniif dhaabbilee 14f eeyyamni laatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise.…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Lammiilee kanneen keessaa kumni 1fi 22 dhiirota yoo ta’an 8…
Waliigaltee nageenyaa hordofee deeggarsi namoomaa meetirik tooniin kumni 106 ol gara Tigraayitti…
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa hordofee deeggarsi midhaan nyaataa meetirik tooniin kumni 106 oliifi qorichi meetirik tooniin kumni 1fi 400 gara Tigraayitti ergamuu…
Waliigalteen nageenyaa Piriitooriyaa qajeeltoon rakkoo Afrikaaf furmaata Afrikaa jedhu bu’aa…
Finfinnee, Mudde 19, 2015(FBC)- Waliigalteen nageenyaa Piriitooriyaa qajeeltoon “rakkoo Afrikaaf furmaata Afrikaa” jedhu bu’aa galmeessisaa jiraachuusaaf agarsiistuudha jedhan Ittaanaan…