Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’e
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Gamtaa Afrikaa jalatti gareen ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisuu hundaa’e.
Garechi miseesota sadii kan qabu yoo ta’u, bu’uura…
Teeknooloojii dijitaalaan hojiileen tuurizimii Oromiyaa beeksisuu hojjetaman jajjabeessadha-KTO
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Teeknooloojii dijitaalaan damee tuuriizimii Oromiyaa qabeenyaa fi bakkeewwan hawwataa beeksisuuf hojiileen hojjetaman jajjabeessaa ta’uu Koomishiniin…
Daandiin qilleensichaa Wiixata dhufurraa eegalee gara Shireetti balaalii akka eegalu beekise
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)-Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Wiixata dhufurraa eegalee gara Magaalaa Shireetti balalii akka eegalu beekise.
Daandichi gama miidiyaa hawaasummaan akka…
Poolisiin Fedaraalaa eegumsa dhaabbilee federaalaaf Maqalee gale
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Bu’uura heera mootummaan dhaabbilee sadarkaa federaalaatti hogganamaniif eegumsa taasisuuf Poolisiin Federalaa Ityoophiyaa guyyaa har’aa Naannoo Tigraay…
Aanaa Dubuluqitti balaa konkolaataa mudateen lubbuun daa’imman lamaa darbe
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Godina Booranaa Aanaa Dubuluqitti balaa konkolaataa mudateen lubbuun daa’imman 2 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise.
Balaa kanaan lubbuun…
FBC fi Inistiityuutiin Artefishaalii Intalajansiin waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Faanaa Biroodkaastiing Korporeetii fi Inistiityuutiin Artefishaalii Intalajansiin waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Dhaabbileen lamaan…
Oromiyaatti duulli talaalii dhibee gifiraa boru eegala
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)-Duulli talaallii ittisa dhibee gifiraa sadarkaa Oromiyatti guyyaa boru kan eegaluu ta’uu Biiroon Fayyaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti, Qindeessaan Fayyaa…
Barreessaa olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon Maqalee galan
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon magaalaa Maqalee galan.
Dooktar Warqinaan, waliigaltee nageenyaa…
Warshaaleen simmintoo humna guutuun hojiitti seenuu qabu jedhame
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Fedhii fi dhiyeessiin simmintoo akka walmadaaluuf warshaaleen simmintoo hundi humna guutuun hojiitti seenuu akka qaban ibsame.
Waldaan oomishtoota…
Magaalaa Baahirdaarittti ijaarsi daandii asfaaltii Birrii biiliyoona 2.4 eegale
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)-Magaalaa Baahirdaaritti ijaarsi daandii asfaaltii Birrii biiliyoona 2.4 eegaleera.
Dursaa Ittaanaa Kantiibaa Magaalaa Baahirdaar Dires Saahiluu,…