Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaa keessummeessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Walga’ii mana mare hojii raawwachiistuu 41ffaa haala milkaa’ina qabuun gaggeessuuf koreen waloo biyyaalessaa…
Oromiyaatti lafti Hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifame – Pireezidaanti…
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti lafti hektaarri kumni 810 ol misooma Qamadii Boneen uwwifamuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Ce'umsi…
Lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 941 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiileen gara biyyaa deebi’an kunneen hundisaanii dhiirota yoo…
Waldichi deeggarsa gama oonlaayinii walitti qabuuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa dhaabbata Chaap Faayinaanshiyaal Teekinooloojii jedhamu waliin waliigaltee gama oonlaayinii deeggarsa walitti qabuu isa…
Miidiyaaleen amantaa ulaagaalee miidiyaa kabajanii akka hojjetan gaafatame
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Miidiyaaleen amantaa ulaagaalee miidiyaa kabajanii akka hojjetan Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa gaafate.
Miidiyaaleen amantaalee duudhaalee…
Qorannoon xumuraa balaa xiyyaara Booying 737 max Bishooftuutti mudatee ifoome
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Qorannoon xumuraa balaa xiyyaara Booying 737 Max naannawaa Magaalaa Bishooftuutti mudatee ifoome.
Balaan xiyyaaraa kun Bitootessa 1,…
Yuunivarsiitiiwwan sababa walitti bu’iinsaan hojii addaan kutan gara hojiitti deebisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiiwwan sababa walitti bu’iinsaan hojii baruufi barsiisuu addaan kutanii turan gara hojiitti deebisuuf koreen hundaa’ee hojjetamaa jiraachuu…
MM Abiy Ahimad Misoomaa kuduraa fi muduraa sulula laga Bilaattee daawwatan
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Misoomaa kuduraa fi muduraa sulula laga bilaattee daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Sirni awwaalchaa Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16,2015 raawwatama
Finfinnee, Mudde 14, 2015 (FBC) - Sirni awwaalchaa Yuuba Gadaa Gujii Dooktara kabajaa Aagaa Xeenxanoo Muddee 16 ,2015 kan raawwatamu ta’uu ibsame.
Sirni gaggeessaa reeffa isaanii Mudde 16…
Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreeliif qophii gahaan taasifameera- Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Mudde 14, 2015(FBC)- Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreeliif qophii gahaan taasifamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Guyyaa kabaja Ayyaana Qullubbii Gabreelii Harargee Bahaa…