Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaafi Sudaan daddabarsa namaa seeraan alaafi nageenya naannawaa daangaarratti waliin…
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Sudaan daddabarsa namaa seeraan alaafi nageenya naannawaa daangaarratti waliin hojjechuuf mari’achuu ibsame.
Hoggantoonni olaanoon raayyaa…
Murtoo Ummataa Amajjii 29, 2015 naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf galmeen eegalame
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Murtoo Ummataa Amajjii 29, 2015 naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf galmeen eegalamuu Boordiin Filannoo Biyyaaleessa beeksise.
Boordichi Godinaaleen 6 fi…
Waliigaltee nageenyaan booda lammiilee miiliyoona 8.3’f deeggarsi namoomaa taasifamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffameen booda lammiilee kaaba biyyattiitti sababa walitti bu’iinsaan miidhaman miiliyoona 8.3’f…
Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magariisa eegalame
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli kunuunsa Ashaaraa Magarsiisa eegalameera.
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa tureen akka biyyaatti biqiltuuwwan…
Miseensonni Raayyaa Ittisaa dirqamarra jiran kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Miseensonni Raayyaa Ittisaa kutaan waraanaa 22ffaan naannawaa dirqamarra jiranitti kutaalee hawaasaaf oomisha walitti qaban.
Duudhaa dhaabbatichaa…
Koorporeeshinichi teeknooloojii ammayyaan manneen daldalaa fi jireenyaa ijaaruuf
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa saayitiiwwan ijaarsaa lamatti teeknooloojiiwwan ammayyaa fayyadamuun manneen jireenyaa fi daldalaa ijaaruuf Dhaabbata…
Jilli Ministira Raayyaa Ittisaan durfamu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwate
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaayiin durfamuu hojiilee Ramaddii Humna Qilleensaa 3ffaa daawwateera.
Daawwanicharratti…
Miseensonni gareen hidhattoota Qimaanti 300 nagaan harka kennatan
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Hawaasarraa fottoqanii bosona kan turan miseenonni garee hidhattoota Qimaanti 300 nagaan mootummaatti harka kennatan.
Hidhattoonni kunneen tattaaffii…
Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila…
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Bishaanii fi Injiinar Habtaamuu Ittafaa Daayrektara Dhaabbata Biyyoota Miseensota Misoomaa fi Tajaajila Meetirooloojii Idil Addunyaa…
Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)-Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 162 Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan gara biyyaatti deebi’aniiru.
Guyyaa har’aa marsaa sadiin hojii lammiilee…