Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaloota damee teekinooloojiin gahoomsuun guddina hunda galeessa Ityoophiyaaf gahee olaanaa qaba…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Dhaloota damee teekinooloojiin leenjisuufi gahoomsuun guddina hunda galeessa Ityoophiyaaf gahee olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…
Jilli Hoji Gaggeessituu Ityoo Telekoomiin durfamu Sudaan kibbaatti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Mudde 12, 2015 (FBC)- Jilli Hoji Gaggeessituu Ityoo Telekoom Firehiiwoot Taammiruun durfamu Sudan Kibbaatti daawwannaa hojii taasiseera.
Jilichi Ministira Tajaajila Poostaa,…
Albuudni Maaginaataayit kiiloogiraamni 4 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Albuudni Maaginaataayit kiiloogiraamni 4 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atamuu ibsame.
Albuudichi namoota albuudicha karaa seeraan alaa daddabarsuun…
Koreen dhaabbii Caffee Oromiyaa hawaasa magaalaa Bishooftuu waliin mari’ate
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) - Jilli Dura Taa'aa Koree Dhaabbii Misooma Magaalaa Caffee Oromiyaa Obbo Abdulqaadir Huseeniin durfamu hawaasa magaalaa Bishooftuu waliin mari’ateera.…
Fayyadamummaa oomishtoota bunaa fooyyessu Waldaan Biyyaalessa Buna Ityoophiyaa hundaa’e
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) - Fayyadamummaa Oomishtoota Bunaa fooyyessuuf Waldaan Biyyaalessaa Buna Ityoophiyaa ifatti hundaa’eera.
Waldaaleen kutaalee biyyattii garaagaraatti Damee…
Haqniifi olaantummaan seeraa akka kabajamuuf qaamooleen haqaa qindoominaan hojjachu qabu jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) - Waltajjiin marii qaamoolee haqaa naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajichaan rakkoolee qaamoolee haqaan…
Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaa dhiyaachaa jira – BGO
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) - Oromiyaatti Manneen Barnootaa kuma 9’f galteewwan nyaata barattootaaf barbaachisan hawaasarraa walitti qabamuun dhiyaachaa jiraachuu Buusaa Gonofaan…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Riifoormii Poolisi Fedeeralaa…
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) - Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraattii Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee rifoormii Waajjiraa Mummee Poolisii Fedeeralaa daawwataniiru.
Komishinaarri…
MM Abiy Ahmad hojiileen misoomaa magaalaa Finfinnee cimee akka itti fufuufi rakkooleen jiran akka…
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahmad hojiileen misoomaa magaalaa Finfinnee cimee akka itti fufuufi rakkooleen jiran akka furaman kallattii ka’aniiru.…
Ityoophiyaafi Sudaan daddabarsa namaa seeraan alaafi nageenya naannawaa daangaarratti waliin…
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Sudaan daddabarsa namaa seeraan alaafi nageenya naannawaa daangaarratti waliin hojjechuuf mari’achuu ibsame.
Hoggantoonni olaanoon raayyaa…