Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi aanaalee kuma 1fi 300’tti hirmaattota marii adda baasuuf ta’uu ibse
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa aanaalee kuma 1 fi dhibba 3 keessatti hojii galmeessaafi hirmaattota marii adda baasuu kan eegalu ta’uu ibsame.
Komishinichi…
MM Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad carraalee invastimantii…
Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti ni kennama jedhame
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Qormaanni Kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan Mudde 18-21,2015tti kan kennamu ta’uu Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa beeksise.
Qormaaticharratti kan…
Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Daayrektara Gamtaa Afrikaafi DhMG Ikonoomik Komishinii Afrikaa…
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen Daayrektara Gamtaa Afrikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ikonoomik Komishinii Afrikaa Maabeengee Nigoom waliin…
Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaan hariiroo poolisii cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Saa’ud Arabiyaan hariiroo poolisii qaban cimsuuf waliigaluu ibsame.
Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash…
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaa Ganda Qooma Waxichootti baalli sammuu namaa hadoochu lafa hektaara 0.25 irratti oomishame eeruu ummataan dhabamsiifamuu…
Waliigaltee biyyaalessaafi ijaarsa nageenya waaraaf hayyoonni gahee isaanii ba’achuu qabu- Obbo…
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Waliigaltee biyyaalessaafi ijaarsa nageenya waaraaf hayyoonni gahee isaanii ba’achuu qabu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan.…
Jilli Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Ibraahiim Tufaan durfamu dhimma hojiif gara Saa’ud Arabiyaa imaleera.…
Yuunivarsiitichi Qajeelfama Sirna Korniyaa fi Ofitti Amanamummaa” irratti leenjii kenne
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Naannoo Oromiyaa dubartootaa fi gaggeessitoota sadarkaa adda addaarra jiraniif Qajeelfama Sirna Korniyaa fi Ofitti Amanamummaa” irratti…
Dubartoonni diinagdeen akka of danda’aaniif inisheetivii misooma dubartootarratti hojjechuun…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Dubartoonni diinagdeen akka of danda'aaniif inisheetivii misooma dubartootaan gurmeessuun hojii bu'aa qabeessa hojjeechuun murteessaa ta’uu ibsameera.…