Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin manneen amala sirreessaa iddoo leenjiifi oomishtummaa taasisuu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Manneen Amala Sirreessaa giddugala amala sirreessaa ta’uurra darbee hojiin manneen amala sirreessaa iddoo leenjiifi oomishtummaa taasisuu cimee kan itti fufu…
Baatiiwwan shanan darban hojii dhabdoota kuma 700 oliif carraan hojii yeroo fi dhaabbii Uumame…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Baatiiwwan shanan darban hojii keessa dhabdoota kuma 700 oliif carraan hojii yeroo fi dhaabbii Uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa…
Ityoophiyaatti barattoonni miiliyoonni 26 ol barachaa jiru- Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti barattoonni sadarkaa idileen duraa hanga kutaa 12ffaa jiran miiliyoonni 26 ol barachaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.…
Daawwannaan MM Abiy Ahimad Ameerikaatti taasiisan hariiroo Ityoophiyaan dhaabbilee idil addunyaa…
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Daawwannaan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ameerikaatti taasiisan hariiroo dippiloomaasii Ityoophiyaan dhaabbilee idil addunyaa waliin qabdu kan cimsu…
Sagantaan badhaasa Odaa Awwaard marsaa 6ffaan Mudde 18 gaggeeffama
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Sagantaan badhaasa Odaa Awwaard marsaa 6ffaan Mudde 18 Paarkii Michummaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.
Saganticha Dhaabbanni Maltii Miidiyaa Bashaatuu…
Maqalee dabalatee magaaloonni naannoo Tigraay hedduun tajaajila Elektirikaa argatan
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hordofee Maqalee dabalatee magaaloonni naannoo Tigraay hedduun tajaajila Elektirikaa argachuu…
Warshaan Daabboo Karrayyuu Birrii miiliyoona 58 ijaarrame eebbifame
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen warshaa Daabboo Karrayyuu Birrii miiliyoona 58 oliin ijaarrame eebbisuun hojii eegalchiinsan.…
Oromiyaatti misooma qamadii jallisiin lafti heektaarri kumni 675 sanyiin uwwifameera-Obbo Shimallis…
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti misooma qamadii jallisiin hanga ammaatti lafti heektaarri kumni dhibbi 6fi kumni 75 sanyiin uwwifamuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
MM Abiy Ahimad bakka buutuu daldala Ameerikaa Ambaasaaddar Kaatiriin Taayin waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bakka buutuu daldala Ameerikaa Ambaasaaddar Kaatiriin Taayin waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Faransaay tapha xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha Walakkaa xumuraa galgala kana taphatameen Faransaay goolii 2 fi 0n Moorokoo injifachuuf tapha xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte.
Dilbata…