Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dirree Dhawaatti sagantaan kafaltoota gibiraaf beekamti kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti sagantaan kafaltoota gibiraa amanamoof beekamti kennuu gaggeeffameera.
Sagantichis Abbaa Taayitaa Galiiwwan Bulchiinsa…
MM Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Pireezidaantii Garee Baankii Addunyaa Deviid Malpas waliin mari’atiiniiru.
Marii isaaniin hojilee fooyya’iinsa…
Ityoophiyaanonni kuma 1 fi 23 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Lammilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessatti argaman gara biyyaattii deebisuuf hojiilee marsaa sadiin gaggeeffameen lammiileen kumni 1 fi 23 gara…
Baankichi lammiilee balaaf saaxilaamoof deeggarsa Doolara miiliyoona 745 ifoomse
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Baankiin Addunyaa lammiilee balaaf saaxilaamoo fayyadamtoota taasisuuf deeggarsa Doolara miiliyoona 745 ifoomse.
Boordiin Daayrektarootaa baankichaa…
MM Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Abiy Ahimad Daayrektara Maaneejiingii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristiilaa Joorjiyeevaa waliin mari’ataniiru.
Muummeen…
Yakka ajjeechaa fi miidhaa kan geessisan du’aa fi hidhaa umrii guutuun adabaman
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Manni Murtii Olaanaa Godina Koonsoo boombiin yakka lammiilee nagaa ajjeessuu fi miidhaa geessissuun kan himataman du’aa fi hidhaa cimaa umrii guutuun adabe.…
Koreen ministirootaa hojiin deebisanii ijaaruu cimee itti fufuu ibsan
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Naannolee waraanaan midhaman hojiin deebisanii ijaaruu cimee itti fufuu Koreen Ministirootaa beeksise.
Korichi walga’ii har’a gaggeesseen hanga ammaatti…
Sochiin paarkiiwwan indastirii laafee ture sadarkaa fooyya’aatti dhufaa jira-Koorporeeshinicha
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Sochiin paarkiiwwan indastirii laafee ture sadarkaa fooyya’aatti dhufaa jiraachuu Koorporeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii ibse.
Hoji Gaggeessaan…
Finfinneetti lafa jalatti kan ijaaramaa jiru gamoon bulchiinsa tiraafikaa xumuramaa jiraachuun…
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee gama Smart City taasisuutiin gahee olaanaa kan qaban pirojektoonni ammaayyaa’oon xumuramaa jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Yaa’iin Hoggantoota Ameerikaa-Afrika gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Yaa’iin Hoggantoota Ameerikaa-Afrika Washingitanitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi Afrikaa fi Ameerikaan hariiroo daldalaa fi invastimantii waloo cimsuuf…