Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhiibbaa godaantonni geessisan hir’isuuf hojii hojjetameen bu’aan galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Waggoottan 5 darbanitti dhiibbaa godaantonni naannawaa jiraatanirratti geessisan hir’isuuf hojii hojjetameen bu’aan galmaa’uu ibsameera.
Waltajjiin…
Tiyaatirri “Ilmoo Waaqaa” eebbifame
Finfinnee, Mudde 4, 2015 (FBC)- Tiyaatirri mata duree "Ilmoo Waaqaa" jedhuun qophaa’e Finfinnee Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti har’a eebbifameera.
Tiyaatirichi Sirna Gadaa Oromoo…
Baankonni Wagaaganiifi Anbasaa Intarnaashinaal naannoo Tigraayitti tajaajila eegaluuf qophii xumuruu…
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Baankonni Wagaaganiifi Anbasaa Intarnaashinaal naannoo Tigraayitti tajaajila eegaluuf qophii xumuruu beeksisaniiru.
Bu’uura Baankiin Biyyaalessaa tajaajilli…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa “Daandii Qilleensaa Filatamaa Afrikaa 2022” mo’ate
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Barruun “Global Travellers” sagalee imaltoota dubbistootaarraa walitti qabuun badhaasaa kennuun “Daandii Filatamaa Qilleensaa…
Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa kaka’umsa akka uumuu shakkii hinqabu-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Milkaa’inni Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaa qaroomina quubsuma lafaan walitti araarsuun gaggeessuuf kaka’umsa akka uumuu shakkii hinqabu jechuun Muummeen…
Naannichi koree farra malaammaltummaa miseensota 7 of keessaa qabu hundeesse
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Naannoon Beenishaangul Gumuz koree farra malaammaltummaa miseensota 7 of keessaa qabu hundeessuu ibsame.
Pireezidaantiin naannichaa obbo Ashaadilii Hasan,…
MM Abiy Ahimad badhaasa hoggansa cimaa Afrikaa badhaafaman
Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad badhaasa hoggansa cimaa Afrikaa badhaafaman.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Sagantaa Ashaaraa Magariisaa ilaalchisee…
Karoorri hojii Maree biyyaalessaa bu’aa qabeessaa taasiisuu danda’u qophaa’e
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Karoorri hojii Maree biyyaalessaa bu’aa qabeessaa taasiisuu danda’u qophaa’uu Komishiniin Maree Biyyaalessaa ibse.
Komishinichi Adeemsaa fi hojmaata…
Sirni awwaalchaa Luba Dooktar Ballinaa Saarkaa raawwatame
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) - Sirni awwaalchaa Luba Dooktar Ballinaa Saarkaa bakka awwaalchaa ‘Pheexiroos Wa Phaawuloositti’raawwatameera.
Lubni Dooktar Ballinaan sirnoota darban yeroo…
Ijaarsa Magaalaa Buufata Xiyyaaraa haaraa yeroo jedhame keessatti eegalchiisuuf qophiin xumuramuu…
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Ijaarsa Magaalaa Buufata Xiyyaaraa haaraa yeroo jedhame keessatti eegalchiisuuf qophiin xumuramuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksiise.
Bara baajataa…