Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen kumni 1fi 162 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC)- Sadaasa 12, 2015 irraa eegalee hanga ammaatti lammiileen Ityoophiyaa kumni 10fi 820 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Guyyaa har’aas…
Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) raawwatame
Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwatameera.
Artisti Taarikuun sababaa…
Albuudonniifi beelladoonni seeraan ala daddabarfamaa turan to’atamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC)- Albuudonni garaagaraa kiiloogiraamni 8 fi beelladoonni seeraan ala daddabarfamaa turan to’atamuu ibsame.
Albuudonni gosa garaagaraa Kiiloogiraamni 8 karaa…
Samariitaa Sawaasaw jila Fiinlaandi waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’atan
Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallqqaa Samariitaa Sawaasaw jila Fiinlaandi Ityoophiyaatti daawwannaa taasiisaa jiru waliin dhimmoota hariiroo waloorratti…
Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaaf Yuuroo miiliyoona 35 deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC)- Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaaf Yuuroo miiliyoona 35 deeggarsa taasiseera.
Deeggarsichi sagantaa Seeftii neetii baadiyyaa deeggaruuf kan taasifame ta’uu…
Ministeerichi gabaasa lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 Luusaakaatti darbeera jedhu nan…
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa gabaasa lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 Zaambiyaa naannawaa magaalaa Luusaakaatti darbeera jedhu kan qulqulleeffatu ta’uu beeksise.…
Ministeerichi naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf Paampiwwan Bishaanii 150 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf Paampiwwan Bishaanii 150 deeggarsa taasiiseera.
Ministirri…
Naannoo Harariitti dambiin daballii gatii kiraa manaa dhorkuuf ba’e baatii sadiif dheerate
Finfinnee, Mudde 3, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti dambiin daballii gatii kiraa mana jireenyaa dhorkuuf ba’e baatii sadiif dheerateera.
Naannichatti dambiin daballii gatii kiraa mana…
Aadde Adaanach dhimmoota haala waqtaawaarratti jiraattoota waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen dhimmoota haala waqtaawaarratti jiraattoota magaalichaa waliin mari'ataniiru.
Aadde Adaanachi…
Nageenya buusuu keessatti gaheen Abbootii Gadaafi Haadholii Siinqee olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hawaasa abbaa nageenyaa taasisuun kutaalee hawaasaa garaa garaa hirmaachisuun hojii nageenya waaraa mirkaneessuu xiyyeeffannoon…