Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaassaaddar Tireesii An Jaakoobsan magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa mootummaa Ameerikaan…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiistuun Mootummaa Ameerikaa Tireesii An Jaakoobsan magaalaa Adaamaatti bu’uuraalee misoomaa mootummaa Ameerikaan…
Ummanni kaleessa aarsaan jijjirama fide, har’a tajaajila mootummaa maallaqaan bitachuu hin…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Konistraakshinii Oromiyaa rakkoo gama kenna tajaajilaatin jiru hiikuun ummataaf tajaajila qulqullina qabu gahumsaafi karaa…
Adoolessa 19, kan kabajamu ayyaanni Qulqulluu Gabre’eelii nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Kabajni Ayyaana Qulqulluu Gabre’eelii Qullubbii fi Hawaasatti kabajamu nagaan xumuramuu ibsameera.
Kabajni ayyaanichaa Qullubbii Gabre’eeliitti…
Yuunivarsitiin Dambi Dolloo Dhaabbilee Barnootaa fi Qorannoo Indiyaa 6 waliin Waliigaltee…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Yuunivarsitiin Dambi Dolloo Dhaabbilee Barnootaa fi Qorannoo Indiyaa 6 waliin hojjechuuf Waliigaltee mallatteesse.
Yuunivarsitichi Dhaabbilee…
Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti Biqiltuuwwan biiliyoonni 5 ol dhaabbatan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti Biqiltuuwwan biiliyoonni 5 ol dhaabbachuu Koreen Teeknikaa sagantichaa ibseera.…
Bu’aa qabeessummaa marii biyyaalessaaf diyaaspooraan ga’ee isaa akka ba’atu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Bu’aa qabeessummaa marii biyyaalessaaf diyaaspooraan hirmaannaa ho’aa taasisuun ga’ee isaa akka ba’atuuf Tajaajilli Diyaaspooraa Ityoophiyaa waamicha…
Magaalichatti qaamoleen tooftaa garaagaraan hanna raawwachaa turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaamoleen tooftaa garaagaraan yakka hannaa raawwachaa turan to’atamuu poolisiin ibse.
Hawaasni magaalichaa Faanaa Broodkaastiing…
Waraana Odeeffannoo Ityoophiyaarratti baname qolachuuf dhaabbileen dhimmichi ilaallatu waloon…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Waraana Odeeffannoo Ityoophiyaarratti baname qolachuuf dhaabbileen dhimmichi ilaallatu waloon hojjechaa jiraachuu Tajaajilii Kominikeeshinii Mootummaa…
Magaalaa keessatti bakka gurgurtaa Qonnaan Bulaaf mijeessuuf ni hojjetama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Biiroon Misooma Magaalaafi Manneenii Oromiyaa,Bulchiinsa Magaalotaafi Godinaalee waliin raawwii hojii bara 2014 magaalaa Adaamaatti gamaaggamaa jira.…
Alshabaab barbaadeessuun miseensota garechaa addaa faca’an qulqullessuuf tarkaanfiin fudhatamaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa gama Bahaan lo’ee kan seenuuf yaale Alshabaabiin barbaadeessuun miseensota garechaa adda faca’uun hafan qulqullessuuf tarkaanfiin fudhatamaa…