Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni nageenyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf ni hojjeta jedhame
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Humni nageenyaa bifa qindaa’aa ta’een olaantummaa seeraa kabachiisuuf kan hojjetu ta’uu ibsame.
Komishinaroonni poolisii federaalaafi naannolee haala yeroo…
Ministeerri Misooma Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Kibbaaf paampiiwwan bishaanii 400 kenne
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Ministeerri Misooma Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Uummattoota Kibbaaf paampiiwwan bishaanii 400 deeggarsa taasise.
Ministeerichi paampiiwwan…
Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Arii “Diishtaa Giinaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Arii “Diishtaa Giinaan” magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti bakka buutonni hawaasa…
Gochaawwan Jaalalaa fi tokkummaa keenya diigan irratti ni qabsoofna –Jiraattoota Magaalaa Jimmaa
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Gochaawwan Jaalalaa fi Tokkummaa diigan irratti kan qabsaa’an ta’uu jiraattonni magaalaa Jimmaa ibsaniiru.
Jiraattonni magaalichaa haala yeroo irratti…
Ispookiyoowwan konkolaataa hataman dhibbi 2 ol boolla keessa dhokfamanii argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Ispookiyoowwan konkolaataa yeroo garaagaraatti hataman dhibbi 2 ol boolla keessa dhokfamanii argamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.
Ispookiyoowwan…
Tajaajilli damee nageenya balalii sadarkaa amansiisaarratti akka argamu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Tajaajilli damee nageenya balalii Ityoophiyaatti kennamaa jiru sadarkaa idil addunyaatti fudhatama kan qabuu fi sadarkaa nageenya balalii amansiisaarraatti…
Paartiin Badhaadhinaa miseensota Koree Giddugaleessaa 10 raggaasise
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)-Magaalaa hawaasatti gaggeeffamaa kan jiru yaa’iin ariifachiisaa waliigalaa 1ffaa Paartii Badhaadhinaan miseensota koree giddugaleessaa ta’anii akka…
Paartichi Ityoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuuf hojiilee eegale cimsee itti fufa-MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa qormaatilee injifannootti jijjiiruun Ityoophiyaa gara boqonnaa fooyya’aatti ceesisuuf hojiilee eegale cimsee kan itti fufu ta’uu…
Koomishinar Laliseen Afrikaa Bahaatti Ittaanaa Daayrektaraa Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Afrikaa Bahaatti Ittaanaa Daayrektaraa Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’ataniiru.…
Nagaa fi tasgabbii naannawichaaf IGAD hojiilee hedduu hojjeteera-Dooktar Warqinaa Gabayyoo
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)-Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) nagaa fi tasgabbii naannawichaaf hojiilee bal’aa hojjechuun jijjiiramni dhufuu Barreessaan Olaanaa…