Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyoonni Afrikaa karooora bayyaannannaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamchuuf dandeessisu akka…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Biyyoonji Miseensonni Gamtaa Afrikaa karoora dhiibbaa jijjiiramaa qabeenya qilleensaa bayyaannachuu isaan dandeessisu baafachuu akka danda'an…
Jijjiiramni ajaa’ibsiisaan magaalaa keenyaa yaa’iwwan darbaniif simboo guddaa…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Aadaan keessummaa simachuu Itiyoophiyaanotaa fi jijjiiramni ajaa'ibsiisaan magaalaa keenyaa yaa'iiwwan darbaniif simboo ta'aniiru jedhan Kantiibaan…
Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti-…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti jedhan Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee…
Dooktar Abiy Ahimad dura taa’aa haarawaa Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee Guraandhala 8, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad dura taa'aa haarawaa Gamtaa Afrikaa , pirezidaantii Buruundii Ivaaristee Nidaayshiimiyeen waliin mari'ataniiru.…
Yaa’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan Xumurame
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)- Yaa’iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan Magaalaa Finfinneetti guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera.
Yaa'iin Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa…
Dooktar Abiy Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa Joon Mohaamaa waliin mari'ataniiru
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar Alaasaan Waataaraan waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy miidiyaa Hawaasummaa…
Dooktar Abiy Ahimad Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit waliin mari'ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama…
Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'aa muudama Abbootii seeraa raggaasiseera.…