Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonniifi hojjettoonni Itiyoo- Telekoom biqiltuu ashaaraa magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Hoggantoonniifi hojjettoonni Itiyoo- Telekoom sagantaa dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoon Inxooxootti biqiltuu dhaabaniiru.
Hojii…
Ashaaraan magariisaa misooma cimsaa jira- Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Ashaaraan magariisaa Naannoo Amaaraatti uwwisa bosonaa guddisuurra darbee galii maatiifi misooma cimsaa jira jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo…
Jiraattootnii magaala Jimmaa biqiltuu Ashaaraa magariisaa dhaabaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC) – Saganataa Ashaaraa Magariisaa Guyyaa tokkoo mata duree ''Abdii Haa Dhaabnu'' jedhuun sadarkaa biyyaalessaatti har’a geggeeffamaa jiruun, jiraattonni…
Wantoonni waggoottan darban karoorsine hundi milkaa’oo turan- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Wantoonni akka biyyaatti waggoottan darban keessa karoorsine hundi milkaa’oo turan jedhan Pireezidaantiin RDFI Taayyee Atsiqasillaaseen.
Pireezidaanti…
COP-32 beekamtii tattaaffii eegumsa naannoo Itiyoophiyaaf kennamedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii COP-32 akka qopheessituuf kan filatamte tattaaffiin eegumsa naannoo ishee beekamtii idil-addunyaa waan argateefidha jedhan Ministirri…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaan Sadarkaa Addunyaatti Dhiibbaa Akka Uumtu Dandeessiseera…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) - Hojiiwwan Sagantaa Ashaaraa Magariisaan waggoota torban darban keessa raawwataman Itiyoophiyaan ajandaa eegumsa naannoo sadarkaa addunyaa keessatti…
Waggoottan saddeetiif hojii itti fufiinsa qabu…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa waggoottan saddeetan darniif itti fufiinsaan hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Pireezidaanti Shimallis oomisha Jirbii Shawaa Bhaaa daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan oomisha jirbii Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti jallisiin misoome…
Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Godina Harargee Bahaatti duulli dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo ashaaraa magariisaa gaggeeffamaa jira.
Godinichatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa…
Jiraattonni Godina Arsii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkoo dhaabaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018 (FMC) – Jiraattonni Aanaalee fi bulchiinsota Magaalota Godina Arsii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkoo dhaabaa jiru.
Jiraattoonni kuma 800 ol ta’an…