Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti qophiin sagantaa dhaabbii biqltuu guyyaa tokkoo cimee itti fufeera
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 - Godinaalee Harargee Bahaa, Arsii Lixaa fi Arsiitti dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo boru sadarkaa biyyaalessaatti geggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumuramuu…
Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa tokkoon biqiltuu kuma 800 ol dhaabuuf qophiin xumurame
Finfinnee, Adooleessa 26, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaatti guyyaa tokkoon biqiltuu kuma 800 ol dhaabuuf qophiin barbaachisu xumurameera jedhe Abbaan Taayitaa Naannoo, Bosonaa…
Ashaaraan Magariisaa Eegumsa Sululaa Cimsuun Nageenya Hidhawwanii fi Maddawwan Bishaanii Guddisaa…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) – Ashaaraan magariisaa eegumsa sululaa cimsuun nageenya hidhawwanii fi Maddawwan bishaanichaa guddisaa jira jedhan Ministirri Bishaanii fi Inerjii D00ktar…
Sagantaa dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoo boru geggeeffamuuf qophoofneerra – Jiraattota…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) - Magaalaa Asallaatti dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa boruuf qophoofneerra jedhan jirattonni magaalattii.
Wixata boruu Itiyoophiyaanonni…
Ogummaa Mariif Taa’uu, Kaleessa Hanga Har’aa…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaanotaaf mariif taa'uun Xiinsammuu, aadaa fi seenaa dheeraa hawaasaa waliin hidhata gadi fagoo qaba.
Abbaan tokko maatii isaa waliin…
Magaalaa Walisootti pirojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 70 oliin…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018(FMC)- Magaalaa Walisootti pirojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 70 oliin ijaarame eebbifameera.
Pirojektichi Ministeerri…
Yuuniivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota sagantaalee garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiin Naannoo Oromiyaa barattoota sagantaalee garaagaraa fi digirii 2ffaan leenjisaa ture 927 eebbisiiseera.
Sagantaa eebbaa kanarratti…
Yuuniivarsiitii Jimmaatti leenjiin tajaajila tola ooltummaa nageenya biyyaalessaa eegalame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiin Jimmaa Ministeera Nageenyaa waliin ta’uun sagantaa jalqabbii leenjii tajaajila tola ooltummaa nageenya biyyaalessaa marsaa 15ffaa…
Obbo Shimallis Abdiisaan duula dhaabbii ashaaraa magariisaa guyyaa boruu gaggeeffamu irratti…
Finfinnee, Adoollesa 26, 2018( FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan duula dhaabbii ashaaraa magariisaa guyyaa boruu gaggeeffamu irratti uummanni…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa har’a qofa osoo hin taane egeree Itiyoophiyaa irratti xiyyeeffate
Finfinnee, Adoolessa 26, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan kallattiiwwan hundaan biqiltuu dhaabaa, kunuunsaa jirti.
Bara 2011 yaada Ministirri Muummee Doooktar Abiy Ahimad maddisiisaniin wagga…