Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dorgommiin dorgaadorgee mo’aa mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ boru ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 18,2015(FBC)- Si’oomina guddaan eegamaa kan ture dorgommiin dorgaadorgee mo’aa mo’attootaa ‘Faanaa Laamroot’ boqonnaa 12ffaan boru ni eegala.
Injifattoonni…
Yaa’iin Dargaggoota Afrikaa boruu eegalee Magaalaa Finfinneetti ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) –Yaa’iin Dargaggoota Afrikaa jalqabaa boruu eegalee Magaalaa Finfinneetti ni gaggeeffama jedhame.
Hoggansi dargaggootaa biyyoota 50 olii irraa…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fuulli Feesbuukii isaa to’annoo ala ta’uu beeksise
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa fuulli Feesbuukii isaa to'annoo ala ta'uu beeksiseera.
Ergaan Fuula Feesbuukii isaan darbu kamiiyyuu kan…
Qaamolee seeraan alaa sharafa maallaqa alaarratti bobba’an irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Qaamolee karaa seeraan sharafa maallaqa biyyoota alaarratti bobba’an irratti tarkaanfiin qorannoo irratti hundaa’e fudhatamuu Tajaajilli Nageenya…
Ityoophiyaafi Jibuutiin hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jibuutiin hariiroo gam-lamee isaanii daran cimsuuf waliigaluu ibsame.
Walga’iin Komishinii Ministirootaa waloo Ityoophiyaafi Jibuutii…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Kutaa Magaalaa Araadaatti naannawaa shaakala Ispoortii eebbisiisan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti naannawaa shaakala ispoortii bifa haaraan ijaarame eebisiisaniiru.…
Namni dhuunfaan garee shororkeessaa Shaneef loojistikii dhiyeessuun shakkame to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Nama dhuunfaa garee shororkeessaa Shaneef loojistikii dhiyeessuun shakkame to’annaa jala oolchuu Poolisiin naannoo Uummattoota Kibbaa beeksise.…
Dhaabbileen oomishaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti akka hirmaatan waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Dhaabbileen oomishaafi abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti akka hirmaataniifi warreen jiranis hojiilee…
Oomisha qamadii makaruun eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaafi Booraatti hojiin oomisha qamadii walitti qabuun eegalamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi akka…
Injinar Taakkalaa Uumaafi Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa Duukamitti warshaa seeraamikii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaafi Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin magaalaa…