Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaan Koram gara sochii idileetti deebi’aa jiraachuu jiraattonni ibsan
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT baatiiwwan hedduuf gochaalee gara jabinaa kan keessatti raawwachaa ture Magaalaan Koram gara sochii idileetti deebi’aa…
Yaa’ii Bulchiinsa Interneetii 17ffaa Ityoophiyaan qopheessiturratti hirmaattoonni hanga kuma 2500 ni…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Yaa’ii Bulchiinsa Interneetii 17ffaa Ityoophiyaan qopheessiturratti guutuu addunyaarraa hirmaattoonni hanga kuma 2 fi 500 ta’an ni hirmaatu jedhame.…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Jibuutii Gola Ambaa Saayinsii daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 18,2015(FBC)- Walga’ii Waloo Ministirootaa Ityoo-Jibuutii 16ffaarratti hirmaachaa kan jiran Ministirri Ministeera Dhimma Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Jibuutii…
Qaamoleen ittigaafatama hinqabne ajandaa siyaasaa hamaaf jecha himannaa bu’uura hinqabne uumaa jiran…
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Qaamoleen ittigaafatama hinqabne ajandaa siyaasaa hamaaf jecha himannaa bu’uura hinqabne uumaa jiran Ityoophiyaan ni balaaleffatti jechuun Tajaajilli…
Pireezidaanti Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa naannichaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa naannichaa daawwataniiru.
Jilli Hoggantoota olaanoo naannichaa Pireezidaanti…
Awwaalchi jumlaa hidhattoonniifi hoggantoonni ABUT itti awwaalaman argame
Finfinnee, Onkololeessa 18,2015(FBC)- Awwaalchi jumlaa hidhattoonniifi hoggantoonni garee shororkeessaa ABUT itti awwaalaman magaalaa Carcaritti argame.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Qamadiin gareen shororkeessaa ABUT waraanaaf fayyadamuuf ture ummataaf raabsame
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Qamaadiin gareen shororkessaa ABUT mankuusaatti walitti qabuun waraanaaf fayyadamuuf ture ummataaf raabsameera.
Naannawaa garee shororkeessarra…
Marii biyyaalessaa gaggeeffamuuf mariin paartilee siyaasaa ga’ee olaanaa qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 18,2015(FBC)- Marii biyyaalessaa Ityoophiyaatti gaggeeffamuuf mariin paartilee siyaasaa ga’ee olaanaa qabaachuu ibsame.
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa…
Hojjetaan Baankii lakkoofsa iccitii waahillan isaan Birrii miiliyoona 7.3 dabarse himatame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Hojjetaa Baankii lakkoofsa iccitii waahillan hojii isaa fayyadamuun Birrii miiliyoona 7.3 ol nama dhuunfaa biraatti dabarse irratti himanni…
Buqqaatota Wallaggaaf deeggarsi Birri miiliyoona 10’tti tilamaamamu taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Dhabbanni Tola oltuummaa Tumsa Lammiif, sababa nageenyaan lammiilee Godinaalee Wallaggaa Bahaa, Wallaggaa Lixaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa qe'ee…