Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haroon kuusaa bishaanii Birrii miliiyoona 17’n ijaarame xumurame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godina Gujii Aanaa Adoolaatti haroon kuusaa bishaanii Birri miliiyoona 17’n ijaarame xumurameera.
Kuusaan kun Walta'iinsa…
Naannichatti bara oomishaa 2015 oomishni kuntaalli miiliyoonni 143 ol ni argama jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Naannoo Amaaraatti bara oomishaa 2015tti oomishni kuntaalli miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 43 ol kan argamu ta’uu ibsame.
Jilli pireezidaantii…
Duudhaalee waloofi hambaalee kunuunsuun dhaloota dhufuuf dabarsuun gahee Hunda Keenyaati-Obbo…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Rakkoolee akka biyyaatti mudatan waliin dandamachaa duudhaalee waloofi hambaalee eenyummaa keenya ibsan Kunuunsuun dhaloota dhufuuf dabarsuun gahee…
Faawundeeshiniin Haacaaluu boolla bishaanii Birrii miiliyoona 14’n qochisiisuuf
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)-Fawundeeshiniin Artistii Haacaaluu Hundeessaa Godina Booranaa Aanaa Miyoo Gandaa Bokkuutti boolla bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 14’n…
Qulqullina bunaa fooyyessuuf waliigalteen Yuuroo miiliyoona 2 mallatteeffame
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Qulqullinaa fi gatii bunaa Ityoophiyaa fooyyessuuf pirojektii Yuuroo miiliyoona lamaaf waliigalteen mallatteeffame.
Waliigaltechis Ityoophiyaatti…
Obbo Shimallis Abdiisaan Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Buufata Raadiyoo Barnootaa Laga Daadhii eebbisuun hojii eegalchiisan.
Buufatichi…
Biyyoonni Lixaa tokko tokko Ityoophiyaan akka hintasgabboofne hojii ABUT’n baraaruurratti…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Biyyoonni Lixaa tokko tokko Ityoophiyaan akka hintasgabboofne hojii garee shororkeessaa ABUT baraaruurratti xiyyeeffachuu Xiinxalaan Siyaasaa fi…
Gaazexeessitoonni Piroojektoota magaalaa Finfinnee daawwachaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Gaazexeessitoonni miidiyaalee garaagaraarraa walitti babba’an Piroojektoota garaagaraa magaalaa Finfinnee keessatti hojjetamaa jiran daawwachaa jiru.…
Godina Booranaatti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f re’oonni 652…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Godina Booranaa Aanaa Dilloo ganda Arbaleetti abbootii warra sababa hongeen qabeenyasaanii dhaban 297’f sirna Buusaa Gonofaatiin re'oonni 652 kenname.…
Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seene
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Gareen jilaa Jibuutii Finfinnee seeneera.
Gareen jilichaa gara Finfinnee kan dhufeef walga’ii Koomishinii Ministiroota Waloo Ityoo-Jibuutiirratti…