Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichi sirreeffamtoota seeraa 745’f dhiifama godhe
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Naannoon Kibba Lixa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 745’f dhiifama godhe.
Boordiin dhiifamaa naannichaa gaaffii…
Guyyaa milkaa’inaa kan kabajnu imala guddinaa eegalle cimsuun badhaadhina Itiyoophiyaa…
Finfinnee, Qaammee 3, 2017(FMC)- Guyyaa milkaa’inaa kan kabajnu imala guddinaa eegalle daran guddisuun fi cimsuun badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessuufi jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Hirmaattonni yaa’ii 2ffaa Afrikaa- Kaaribiyaanii daawwannaa hojiif Shaashamannee galan
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC)- Hirmaattonni yaa’ii 2ffaa Hoggantoota Biyyoota Afrikaa- Kaaribiyaanii daawwannaa hojiif Shaashamannee galaniiru.
Hirmaattonni kunneen wayita buufata…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 3 Guyyaa Milkaa'inaa ilaalchisee ergaa…
Qaammee 3 Guyyaa Milkaa’inaa
Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) –Qaammeen 3 Guyyaan Milkaa'inaa har'a mata duree 'Milkaa'ina olka'iinsa waaraaaf' jedhuun kabajamee oola.
Guyyaa kana milkaa'inoota darbaniif kan…
Afrikaa fi Kaaribiyaan miidhaawwan irra ga’aniif waloon haqa gaafachuu qabu – Mahaammad Alii yusuuf
Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) - Afrikaa fi Kaaribiyaan miidhaawwan yeroo kolonummaa irra ga’aniif waloon haqa gaafachuu qabu jedhan Komishinarri Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf.…
Sheek Hajii Ibraahim Tufaan Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa ta’uun…
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)– Sheek Hajii Ibraahim Tufaan Pireezidaantii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa ta’uun filamaniiru.
Filannoon Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa…
Nageenya waareessaa imala guddina Itiyoophiyaa saffisisuuf waloon cichoomuu qabna- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)– Nageenya waareessaa imala guddina Itiyoophiyaa saffisisuuf waloon cichoomuu qabna jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen xurunaan .
Obbo…
Yaa’ichi ajandaalee Jijjiirama Qilleensaaf furmaata ta’anirratti xiyyeeffata- Dooktar Fitsuum…
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Yaa’iin 2ffaa Jijjiirama Qabeenya Qillensaa Afrikaa ajandaalee jijjiirama qabeenya qilleensaaf furmaata ta’anirratti xiyyeefataa jedhan Ministirri…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Angoolaa waliin mari’atan
Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Angoolaa fi Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa kan ammaa Ju’aawoo Loorenchoo waliin mari’atan.
Dooktar…