Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Inisheetiivoonni qonnaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiraa jiru- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Inisheetiiviin qonnaa jiruufi jireenyi hawaasaa jijjiiraa jiru jedhan Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin.…
Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadaman
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Pirezidaantii bakka bu’aa COP32 ta’uun ramadamaniiru.
Bu’uura hammattoo Konveenshinii…
Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Naannoo Oromiyaatti leenjii fudhachaa turan hojilee misoomaa daawwachaa jiru.
Hoggantoonni Naannoo Oromiyaa leenjii…
Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan giddugala daldalaa fi loojistiksii Afrikaa akka taatuuf hojiin mootummaan hojjetame bu’aa fidaa jira jedhan Ambaasaaddar Dooktar Jamaal…
Hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa- Fiildi Maarshaal Biraanuu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Humna Waraanaa Itiyoophiyaa Fiildi Maarshaal Biraanuu Julaa hariiroon loltummaa Itiyoophiyaan Ameerikaa waliin qabdu cimee itti fufa…
Sirni addunyaa haqa qabeessi hirmaannaa biyyoota guddachaa jiran mirkaneessu akka jiraatuuf tumsaan…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Sirni addunyaa haqa qabeessi hammataa fi hirmaannaa biyyoota guddachaa jiran mirkaneessu akka jiraatuuf tumsaan hojjenna jedhan Pireezidaantiin FDRI…
Naannoo Amaaraatti hojii misooma jallisii eegalaman caalmaatti cimsuuf hojjetamaa jira – obbo…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Amaaraatti hojii misooma jallisii eegalaman caalmaatti cimsuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan hojjetamaa jira jedhan Ministirri Ministeera…
Magaalichatti gaaffii mana jireenyaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gaaffii mana jireenyaa deebisuufi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe.
Bulchiinsi…
Mootummaan naannoo Oromiyaa miidhaa dubartootarra gahu ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ayyaanni guyyaa Riibaanii Adii sadarkaa biyyaafi Naannoo Oromiyaatti yeroo 20ffaaf mata duree "Hawaasa miidhaa obsuu hin dandeenye ijaarsa dhalootaaf!"…
Dooktar Abiy Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin mari’ataniiru.…