Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulee Horaatti guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattootaa Sababeeffachuun Sosochiin qaamaa…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaa sababeeffachuun magaalaa Bulee Horaatti sosochiin qaamaa fi dorgommiin figiichaa…
Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo Waldaa Aksiyoona Meeshaalee Faayinaasii Addis Kaappitaal eebbisan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2018 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Gamoo abbaa darbii 11 Waldaa Aksiyoona Meeshaalee Faayinaasii Addis Kaappitaal eebbisaniiru.…
Badhaadhina Afrikaa mirkaneessuuf dhaabbileen haqa irratti hundaa’anii hojjechuu qabu- Pireezidaanti…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Afrikaa nageenyi fi badhaadhinni itti mirkanaa'e ijaaruuf dhaabbileen haqa irratti hundaa’anii hojjechuu qabu…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Cop32 akka qopheessituuf filamuun misooma anniisaa haaroomfamaaf murannoo ishee…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii akka qopheessituuf filamuun misooma anniisaa haaroomfamaaf murannoo ishee kan…
Misooma qabeenya bosonaa caalmaatti guddisuuf gahee giddugaloota damichaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan misooma qabeenya bosonaa bakka turetti deebisuuf hojiilee abdachiisoo eegalteen sadarkaa idil addunyaatti beekamtii argataa jirti jedhan…
Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee tapha Jirraa Ispoortii galii mootummaan argachuu qabu Birrii…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Abbootiin qabeenyaa dhaabbilee tapha Jirraa Ispoortii fi tumsisoota isaanii galii mootummaan argachuu qabu Birrii biiliyoona 100 waliindhahuun yakkaan…
Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Misooma Afrikaa Dooktar Siidii Uuldi Taahii waliin mari’ataniiru.
Fooramii…
Itiyoophiyaan biyya gaariidha jechuu qofa osoo hin taane biyya seenaa fi qabeenya hedduu qabdu ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan biyya gaarii fi mijattuudha jechuu qofa osoo hin taane biyya seenaa fi qabeenya hedduu qabdu ta’uu beeksiisuun barbaachisaadha jedhan…
Qajeeltoo uumuu fi saffisa itti fufiinsa qabuun hojjechaa badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessina –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Qajeeltoo uumuu fi saffisa itti fufiinsa qabuun hojjechaa badhaadhina Itiyoophiyaa mirkaneessina jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.…
Cop 32 Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa guddaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Yaa’iin Qabeenya QilleensaaMootummoota Gamtoomanii 32ffaan Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa gaariidha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…