Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Booris Joonsan dorgommii Paartii Konsarvaatiivii hogganuuf taasifamu keessaa of qoqqoban
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Muummeen Ministiraa duraanii Ingiliz Booris Joonsan irra deebiin Paartii Konsarvaatiivii hogganuuf dorgommii taasifamu keessaa of qoqqobaniiru.…
Jilli Pireezidaanti Ordiin Baadriin durfamu Neezerlaanditti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) –Jilli pireezidaantii Naannnoo Hararii Ordiin Baadriin durfamu Neezerlaanditti daawwannaa hojii taasiseera.
Ityoophiyaatti dhaabbanni ijaarsa…
Iraan tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruufi
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Iraan dandeettii isheen kan oomishte tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruuf waliigaltee kontiraataa mallatteesuun gabaafame.
Yeroo ammaa…
Raayyaa humna namaa fi hidhannoon ammayyaa’e ijaaraa jirra – Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Raayyaa humna namaa, hidhannoo fi yaadaan ammayyaa’e ijaaraa jirra jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaay.
Guyyaa…
Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…
Raayyaan Ittisaa Magaalota Naannoo Tigraay to’achuu itti fufe – TKM
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haalaa yeroo ilaalchisee ibsa baaseera.
Tajaajilichi ibsa baaseen Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalota Naannoo…
Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.…
Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa boru ni kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun agarsiisni suuraa mata duree “ Maddi Cimina Keenyaa Uummata keenya” jedhuun…
Lammiileen Ityoophiyaa 36 Liibaanosii deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Lammiileen Ityoophiyaa Liibaanositti rakkoo keessa turan 36 gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen Liibaanositti rakkooleen…
”Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu”- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – "Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu"-jedhan Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Waggaa 100ffaa Guyyaa…