Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetu kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa…
Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Sirni kabaja guyyaa dhaloota…
Hojii misooma qamadii itti fufsiisuun nyaataan of danda’uu qaban- Obbo Awwal Arbaa
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii misooma qamadii eegalle itti fufsiisuun nyaataan of danda’uu qaban jedhan Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan.
Obbo Awwal Arbaan…
Hojiileen misooma qonnaa eegalaman nyaataan of danda’uurra darbee birmadummaa diinagdeef bu’uura kan…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojiileen misoomaa damee qonnaan eegalaman nyaataan of danda’uurra darbee birmadummaa diinagdee biyyattiif bu’uura kan kaa’an ta’uu anga’oonni olaanoon…
Mootummaan uummata biyyattii birmadummaafi kabaja Ityoophiyaaf sagalee isaanii dhageessisan…
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa uummata biyyattii birmadummaafi kabaja Ityoophiyaaf sagalee isaanii dhageessisan galateeffachuu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Warshaan daabboofi daakuu waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Aggaarootti ijaarame eebbisiifame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Warshaan daabboofi daakuu waajjira Giiftii Dureen Magaalaa Aggaarootti ijaarame eebbisiifameera.
Warshichi guyyaatti daabboo kuma 300fi daakuu…
Harargee Bahaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Giraawwaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 darbuu Qajeelchi Poolisii godinichaa beeksiseera.
Halkan edaa…
Naannoo Amaaraatti hiriirri balaalleffaannaa giddu seentummaa biyyoota Lixaa gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – Magaaloota Naannoo Amaaraa garaagaraatti hiriirri balaalleffaannaa giddu seentummaa biyyoota Lixaq gaggeeffameera.
Magaalaa Bahir Daar,…
Aadde Daagimaawiit Badhaasa Aviiyeetarsii Afrikaa badhaafaman
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagimaawiit Magos Badhaasa Aviiyeetarsii Afrikaa badhaafamaniiru.
Badhaasichi namoota…
Hiriira ummataa har’a gaggeeffame miidiyaaleen addunyaa gabaasaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2015 (FBC)- Hiriira ummataa mata duree “Ityoophiyaaf nan dhaabbadha; sagalee koo nan dhageessisa” jedhuun naannolee biyyatti garaagaraatti guyyaa har’aa…