Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Raayyaa Ittisaa Akkaadaamii Paashinitti kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) – ‘Wareegama dhiigaa fi lafeen aarsaa lubbuuf nuuf kaffaleef kabajni bara baraa Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaaf’ mata duree jedhuun Guyyaan Raayyaa…
Baankiin Biyyaalessaa Imaammata Baankiifi Inshuraansirratti dhaabbilee faayinaansii waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015(FBC)- Baankiin Biyyaalessaa Imaammata Baankiifi Inshuraansii Mana Maree Ministirootaan ragga’e akkasumas fooyyessa wixinee labsii Baankiifi Inshuraaniirratti…
Furtuun guddinaa keenya harka keenyaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Furtuun guddinaa keenya harkaa keenyaa jira jechuun Muummeen ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan
Muumeen ministiraa Abiy Ahimad gamaa miidiyaa…
Godina Harargee Lixaatti paampiiwwan bishaanii 800 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Godina Harargee Lixaatti hojii misooma jallisii baranaa milkeessuuf paampiiwwan bishaanii 800 qonnaan bultootaafi horsiise bultoota godinichaaf…
MM Abiy Ahimad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo waloorratti…
Obbo Kaasahuun Goofeen Ambaasaaddara Beelaaruus waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasahuun Goofeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Beelaruus Paavilii…
MM Abiy Ahimad Pireezidaanti Shii Jiinpiingiif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Muummen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingii irra deebiin Barreessaa Paartii Komunistii Chaayinaa ta’uun filatamuu…
Guyyaan Nyaata Addunyaa daawwannaan Aanaa Lumeetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Guyyaan Nyaata Addunyaa bara 2022 akka biyyaatti Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti daawwannaa hojii misoomaan kabajameera.
Daawwannaa kanarratti…
Hojiin suphaa sarara elektirikaa Waldiyaa-Allaamaaxaa eegale
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Hojiin suphaa sarara elektirikaa Waldiyaa-Allaamaaxaa abbaa Kiiloovooltii 230 sababa walitti bu’iinsa kaaba biyyattiin miidhaan irra gahee ture …
MM Abiy Ahimad giddu gala Aartii Inxooxxootti Igzibiishinii Varchuwaaliin qophaa’e daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad giddu gala Aartii Inxooxxootti Igzibiishinii Varchuwaaliin Yuunivarsiitii Finfinneen qophaa’e daawwataniiru.…