Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kantiibaan magaalaa Finfinnee Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun maaddii qoodan
Finfinnee, Qaammee 2, 2017(FMC) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun jiraattota magaalichaa kuma 500 oliif maaddii qoodaniiru.…
Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa’ii Afrikaa- Kaaribiyaanii fi Yaa’ii 2ffaa Jijjiirama Qabeenya Qilleensaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Hedduminni humna mo’attummaa walooma cimsuudha – Obbo Mahaammad Idriis
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) - Hedduminni humna mo'attummaa walooma cimsuu dha jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Mahaammad Idriis.
Guyyaa Gamtaa mata duree "Hedduminni faayaa…
Itiyoophiyaaf waloomni iccitii guddummaa fi birmadummaati- Aadde Sa’aadaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mata duree “Heddumminni Faayaa Itiyoophiyaa” jedhuun Magaalaa Shaashamanneetti sirnoota garaa garaan…
Yaa’iwwan Finfinneetti gaggeeffamaniif qophiin barbaachiisu taasifameera- Poolisii Federaalaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Yaa’iwwan Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa fi Afrikaa- Kaariibiyaani Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaniif qophiin barbaachiisuu taasifameera jedhe…
Pireezidaantii Itti Aanaan Gaambiyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantii Itti aanaa Gaambiyaa Mohaammad Jaaloo Finfinnee galaniiru.
Hoggantoonni biyyoota garaagaraa fi jilli adda addaa yaa’ii Hawaasa Afrikaa-…
Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee. Qaammee 2, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Qaammee 2, Guyyaa Gamtaa sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.
Dooktar Abiy gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati- TKM
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC)- Heddumminni Faayaa fi Humna Itiyoophiyaati jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa .
Tajaajilli Kominikeeshini Mootummaa Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa…
Qaammee 2 Guyyaa Gamtaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2017 (FMC) –Qaammeen 2 Guyyaan Gamtaa har'a mata duree 'Heddumminni miidhagina Itiyoophiyaati'jedhuun kabajamee oola.
Guyyaa Gamtaa kana hojiin tola ooltummaa…
Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Saaharaawwii Arab Ibraahim Gahaaliin yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee…