Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Cop 32 Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa guddaadha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Yaa’iin Qabeenya QilleensaaMootummoota Gamtoomanii 32ffaan Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuuf carraa gaariidha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) - Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin masakame kennuun badhaadhina hunda galeessa…
Itiyoophiyaan COP 32 akka qopheessituuf filamuun bu’aa dippiloomaasiti – MDhA
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- tiyoophiyaan Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii (COP 32) akka qopheessituuf filatamuun bu’aa dippiloomaasii bu’aa qabeessatti jedhe…
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa Godina Boorana Bahaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan Godina Boorana Bahaatti kabajamaa jira.
Guyyichi sagantaalee garaagaraan Magaalaa…
Qabsoon Sabaaf Sablammootaa biyya hundaaf taatuu fi hunda walqixa keessummeessitu ijaaruudha –…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Aadaa, duudhaa fi seenaa Uummattootaatti kabaja horuun eenyummaa dhugaa waloomaaf utubaa ta’e ijaaraa jirra jedhan Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Gumiin Balal Marsaa 47ffaan taa’amaa jira
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC)- Gumiin Balal marsaa 47ffaan mata duree ''waliigaltee diimokiraatawaa tokkummaa sabdaneessaaf'' jedhuun taa'aamaa jira.
Gumiin Balal Marsaan 47ffaan kun…
Itiyoophiyaafi Kuwaataar tumsa damee loltummaan qaban cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad Kuwaataar magaalaa Dohaatti daawwannaa hojii taasisaa jiru.
Injinar Ayishaa Mahaammad…
Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa uummataa cimsuuf…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Naannawaa daangaa Itiyoophiyaafi Keeniyaatti fayyadamummaa gama maraa uummataa cimsuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha jedhame.
Sagantaan xumura…
Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti- Jeneraal Piyeer…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Faransaay tumsa damee loltummaan Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsitee itti fufti jedhan Ajajaan Waraana Lafarraa biyyattii Jeneraal Piyeer Shiil.
Jilli…
Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Qindeessa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa…