Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Humna Waraanaa Ameerikaatti Ajajaa ajaja Afrikaa Jeneraal Daagviin R. M Andarsan waliin mari’ataniiru.…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan galmoota misoomaa waloo ta’an irratti michummaa cimaa ijaaran- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Chaayinaan galmoota misoomaa waloo ta’an irratti kan hundaa’e michummaa cimaa ijaaraniiru jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Ministira Muummee Siingaapoor waliin marii bu’aa qabeessa gaggeessineerra- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Siingaapoor waliin marii bu’a qabeessa gaggeessineerra jedhan.
Marii isaaniin, biyyoonni…
Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Riippaablika Siingaapoor Laawuransi Woong masaraa biyyaalessaatti…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018(FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Riippaablika Siingaapoor Laawuransi Woong Masaraa biyyaalessaatti simannaa taasiisaniif.
Sirni…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabilika Siingaapoor waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabilika Siingaapoor Laawuransi Woongi waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Oromiyaatti bonaa ganna oomishuun karoorri wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu milka’aa jira…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Oromiyaatti bonaa ganna oomishuun karoorri wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu milkaa'aa jira jedhan Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pirezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Hojii sanyii loon Booranaa baay’isuu xiyyeeffannaan hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018(FMC) - Yuunivarsiitiin Odaa Bultum qorannoo fi qo'annoo irratti hundaa'uun sanyii loon Booranaa baay'isaan jira jedhe.
Itti gaafatamaan giddugala horsiisa…
Ministirri Muummee Siingaapoor Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee Siingaapoor Loowurinsi Woong yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama…
Dhagahamummaa Itiyoophiyaan ardichatti qabdu yaa’ii hoggantoota miseensa Garee 20 irratti akka…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC)- Dhagahamummaa Itiyoophiyaan ardichatti qabdu yaa’ii hoggantoota miseensa Garee 20 irratti akka hirmaattu ishee dandeessiseera jedhan Ministirri Ministeera…