Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Angoolaa Zyaawoo Looreensi yaa'ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Zyaawoo Looreensi wayita buufata…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja duultoota Addaa eebbisan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Biiroo Qajeelcha Waliigalaa Ajaja Duultoota Addaa eebbisisuun bananiiru.…
Magaalichaatti piroojektiiwwan hojjetamaa turan tajaajila hawaasaaf banaa ta’an
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti piroojektiiwwan manneen waliin jireenyaa fi daandii aspaaltii Birrii biiliyoona 3 oliin hojjetamaa turan marsaa 2ffaaf…
Naannoo Somaaleetti guyyaan cichoominaa kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Naannoo Somaaleetti Qaammeen 1 guyyaan cichoominaa mata duree 'Bu'uura Cimaa, Biyya Jabduu' jedhuun Magaalaa Jigjigaatti kabajameera.
Cichoominaa fi…
Humni Galaanaa Itiyoophiyaa Giddugala Leenjii eebbisiise
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Humni Galaanaa Itiyoophiyaa Giddugala Leenjii ogeeyyii Galaanarraa eebbisiiseera.
Qajeelcha Olaanaa Maahaandisa Raayyaa Ittisaan kan ijaarame Giddugali…
Damee hundaan hojiin biyya cimtuu bu’uura jabduu ijaaruu raawwatamaa jira – Obbo…
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) –Damee hundaan hojiin bu'uura cimaa, biyya jabduu ijaaruu raawwatamaa jira jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo…
Yaa’iin Ministiroota Fayyaa Afrikaa- Kaariibiyaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC) – Yaa’iin Ministiroota Fayyaa Afrikaa- Kaariibiyaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Waltajjicharratti Sadarkaa Ministira Muummeetti Hogganaa Giddugala…
Milkaa’inni Hidha Haaromsaa Guddichaa bu’aa cichoomina keenyaati- Injinar Ayishaa Mahaammad
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC) - Dhaabbilee nageenyaa ammayyeessuun fi Hidha Haaromsaa Guddicha dhugoomsuun bu’aa cichoomina keenyaati jedhan Ministirri Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar…
Guyyaan Cichoominaa magaalotaa fi Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) – Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa magaalotaa fi Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Kutaalee Bulchiinsa magaala…
Guyyaan Cichoominaa naannolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun naannolee garaagaraatti kabajamaa jira.
Guyyichi Naannoolee Sidaamaa,…