Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyeen Atsiqasillaaseen Angoolaa Luwaandaa galan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa'ii waloo Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa 7ffaarratti hirmaachuuf Angoolaa Luwaandaa galan.
Yaa'ichi…
Itiyoophiyaa hundaaf taatu ijaaruuf hojjetaa jirra – Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaa hunda qixa hammattu, hirmaachiiftuu fi hundaaf taatu ijaaruuf hojjetaa jirra jedhan Ministirri Itti Gaafatamaa Damee Hariiroo Uummataa fi…
Walga’ii biyyoota garee 20 cinaatti mariiwwan waloo faayidaa Itiyoophiyaa guddisan…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Walga'ii biyyoota garee 20 cinaatti mariiwwan waloo faayidaa Itiyoophiyaa guddisan gaggeeffaman jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Naannichatti qabeenya uumamaa fi humna namaa walitti qindeessuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qabeenya uumamaa fi humna namaa walitti qindeessuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhan Pireezidaantii itti aanaan mootummaa…
Dooktar Abiy Joorjiyaa Meeloonii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii waliin mari'atan.
Yaa'ii biyyoota garee 20 cinaatti marii…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii CAF Dooktar Paatiriis Mootisiippii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miillaa Afrikaa(CAF) Dooktar Paatiriis Mootisiippii waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Ambaasaaddar Laggasaa Tulluun xalayaa muudama isaanii Barreessaa Olaanaa IGAD’f dhiyeessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Ambaasaaddar Laggasaa Tulluun xalayaa muudama isaanii Barreessaa Olaanaa Abbaa Taayitaa Misoomaa Mootummoota…
Dooktar Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muumme…
Itiyoophiyaan biyya tumsaan hojjettuufi furmaata dhiyeessitu ta’uun ishee agarsiifameera- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Yaa’ii Miseensota Garee 20 irratti Itiyoophiyaan biyya tumsaan hojjettuu fi furmaata dhiyeessitu ta’uu ishee agarsiisuun danda’ameera jedhan Ministirri…
Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Miseensota Garee 20 cinaatti sagantaa ‘Compact with Africa (CwA)’ irratti…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Miseensota Garee 20 cinaatti sagantaa ‘Compact with Africa (CwA)’ irratti hirmaataniiru.
Sagantichi…