Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Raayyaa Ittisaa Jiibuutiirratti raawwate balaaleeffate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Jiibuutii kutaa waraanaa Taajuraarratti guyyaa sadi dura raawwate balaaleeffateera.…
Miseensonni Manneen Maree Lamaanii Godaambaa Saayinsii fi Teeknooloojii daawwataniiru
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataafi Mana Maree Federeeshinii Godaambaa Saayinsii fi Teeknooloojii daawwataniiru.
Miseensonni Mana Maree…
Garaagarummaa mariin furuuf Koomishini Marii Biyyaalessaa tumsuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Bara 2015 garaagarummaa jiru mariin furuuf Koomishini marii biyyaalessaa cinaa dhaabachuu barbaachisa jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen.…
Ityoophiyaan Giddugala invastimantii Afrikaa Bahaa taatee itti fufteetti-Pir. Saahilawarqi Zawudee
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan dhiibbaawwan alaa hedduu mudatan keessatti ammallee Giddugala invastimantii Afriikaa Baha taatee itti fufteetti jedhan Pireezidaantiin FDRI…
Pireezidaanti Saahilawarqi kallattiiwwan xiyyeeffannoo bara 2015 manneen mareef akeekan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen bara 2015tti kallattiiwwan xiyyeeffannoo mootummaa Mana Mare Federeeshinii Fi Mana Maree Bakka Bu’ootaa…
Walitti bu’iinsi kaabaa karaa nagaan akka furamu qaamni hundi qooda isaa ba’uu qaba –…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Walga’ii Waloo Mana Maree Federeeshinii fi Bakka Bu’oota Ummataarratti haasawa baniinsaa taasiisaniiru.
Bara…
Sirni baniinsa walga’ii waloo Mana Maree lamaanii eegale
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) - Manni Maree Federeeshinii fi Bakka bu'oota Ummataa sirna baniinsa Walga’ii waloo eegalaniiru.
Manneen maree kunneen walga'ii waloo 6ffaa bara…
Koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata Deeggarsaafi Galiiwwan Waloo dhimmoota garaagaraarratti mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Mana Maree Federeeshiniitti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Baajata Deeggarsaafi Galiiwwan Waloo dhimmoota garaagaraarratti mari’achuu ibsameera.
Walitti…
Humna Elektirikaa biyyoota Ollaatti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Baatiwwan lamaan darban Humna Elektirikaa Sudaanii fi Jiibuutiitti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota naannolee sadeenii waliin mari’ate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Koomishiniin Marii Biyyaalessaa bakka bu’oota ummatootaa Naannolee Afaar, Gaambeellaa fi Beenishaangul Gumuz waliin mari’atan.
Maricharratti,…