Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barattoonni kumni 560 qormaata kutaa 12ffaa fudhachaa jiru-Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015(FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa giddugaloota qorumsaa 130 keessatti barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 60’f kennamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa…
Yuunivarsiitii Hawaasaatti barattoota qormaataa kutaa 12ffaa fudhatanirratti riqichi jiguun miidhaan…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) - Riqichi Kaampaasotaa Yuunivarsiitii Hawaasaa lamaan walquunnamsiisu barattoota qormaataa kutaa 12ffaa fudhatanirratti jiguun miidhaa ga’uu eerame.…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera.
Qormaatichis nageenyummaan isaa eegamee walirraa hannaa qormaataa tokko malee akka kennamuuf…
Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda dahan yeroo itti aanu…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Barattoonni Shamarranii qormaata fudhachuuf Yuunivarsiitii erga seenanii booda daa'ima dahan yeroo itti aanu kan qoraman ta'uu Tajaajilli Madaallii…
Harargee Lixaatti qonna jallisii boneen lafa hektaara kuma 21fi 500 irratti qamadii misoomsuuf…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti qonna jallisii bonee bara kanaan lafa hektaara kuma 21fi 500 irratti qamadii misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa…
Naannoon Somaalee oomisha Qamadii mataa isaan hongee ittisuuf dandeettii horateera – Obbo…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Naannoon Somaalee oomisha Qamadii mataa isaan hongee ittisuuf dandeettii horachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsan.
Obbo…
Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa hektaara kum 1 fi 200 ol irratti misoomaa jira
Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti Bishingaan Sanyii filatamaa lafa hektaara kuma 1 fi 200 ol irratti misoomaa…
Ityoophiyaan Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Ityoophiyaan yeroo 3ffaaf Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatteerti.
Ityoophiyaan bu'uura karoora Ashaaraa magariisaa biyyoota ollaatti babl'isuu…
Miseensonni Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa giddu gala Horsiisa Gaalaa Faafanitti…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Miseensonni Koree Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa giddu gala Horsiisa Gaalaa ammayyaa Godina Faafanitti argamu daawwataniiru.
Miseensonni…
Godina Arsii lixaatti Dhaabbanni barumsa ijoollee jedhamu mana kitaabaa Birrii miiliyoona 2…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Godina Arsii lixaa Aanaa Adaabbaatti Dhaabbanni Barumsa ijoollee jedhamu mana kitaabaa Birrii miiliyoona 2 ijaarsiise eebbisiiseera.…