Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti daayrektara Yuuniskoo waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ministirri Ministeera Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti daayrektara Yuuniskoo Dooktar Riitaa Biisoonaawut waliin mari’atan.…
Damee indaastirii maanufaakchariingiirraatti abbootiin qabeenyaa bobba’an gabaa Afrikaaf bu’aa…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2015 (FBC)- Damee indaastirii maanufaakchariingiirraatti abbootiin qabeenyaa bobba’an Ityoophiyaarraa darbanii gabaa Afrikaaf bu’aa qabeessa ta’uu danda’u jedhan…
Aanichatti baalli Sammuu namaa hadoochu kuntaalli 134 to’atame
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Naannoo Amaaraa aanaa Armaacoo Lixaatti baalli Sammuu namaa hadoochu kuntaalli 134 to’atamuu poolisiin ibse.
Baalli sammuu namaa hadoochu kun yeroo…
Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2015 (FBC) - Godina Geede'oo Aanaa Yirgaa Caffeetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota lamaa darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise.
Qindeessaan…
Ministeerri Qonnaa Raayyaa Ittisaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 80 ol taasise
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa fi dhaabbileen waamamtootaa Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa akaakuufi maallaqaa Birrii miiliyoona 80 olitti tilmaamamu taasise.…
Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee gaggeessuu jalqabe
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2015 (FBC)- Manni Maree Federeeshinii walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni Maricha walga’ii isaatiin Ajandaalee mariif…
Baatiin Nageenya Saayibarii 3ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2015 (FBC)- Baatiin Nageenya saayibarii 3ffaan mata duree “Nageenya saayibarii qindaa’aa birmadummaa biyyaaf” jedhuun eegalameera.
Sagantichaarratti Ittaanaa…
Oromiyaatti sagantaan nyaata manneen barnootaa eegalame
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaan nyaata manneen kutaa 1-4 hunda keessatti guyyaa har'aa eegaleera.
Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2015 manneen…
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu Waashingitan DC gale
Finfinnee, Onkoloolessa 1 ,2015(FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Waashingitan DC galeera.
Jilichi walga’ii waggaa waloofi marii gam-hedduu Baankii…
Ambaasaaddar Silashiin Lammiilee Ityoophiyaa fi Abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Silashii Baqqalaan Lammiilee Ityoophiyaa Loos Anjalas jiraataanii fi Abbootii qabeenyaa Ameerikaa waliin…