Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Agarsiifni Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) – Agarsiifni Aadaa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti sirna miidhagaa ta'een gaggeeffamaa jira.
Aadaa fi duudhaa uummanni Oromoon qabu keessaa…
Guyyaan Cichoominaa Magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira.
Guyyichi agarsiisa loltummaa…
Ministirri Muummee Giriinaadaa Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Giriinaadaa Diikoon Miicheel Yaa’ii Hawaasa Afrikaa-Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee…
Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Mootaalii Yaa’ii Hawaasa Afrikaa-Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee Miyaa…
Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.…
Ministirri Muummee Seent Kiits fi Neeviis Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Seent Kiitisii fi Neeviis Dooktar Raalfi Goonzaalvees yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame.
Guyyichi bakka…
Ministirri Muummee Bahaamaas Finfinnee galan
Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Bahaamaas Filiippi Deeviis yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Filiippi Deeviis wayita…
Bu’ura Cimaa Biyya Jabduu – TKM
Finfinnee, Qaammee 1, 2017 (FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 1 guyyaa Cichoominaa ilaalchisee ergaa dabarseera.
Qaammeen 1 Har'i guyyaan Cichoominaa mata duree ‘bu’uura…
Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad
Bu'ura Cimaa Biyya Jabduu
Itoophiyaan badhaadhinashee kan mirkaneessitu harkawwan jajjaboo bu'urashee cimsuu danda'aniinidha.
Qabsoo gama hundumaan taasifnuun bu'ura Itiyoophiyaa ni…